Ispoortii
Kiristiyaan Roonaaldoon Garee Biyyaalessaa Poorchugaaliif yeroo 200 hiriiruun Galmee Dinqisiisoo Addunyaarratti galmaa’e
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2015 (FBC)- Kiristiyaan Roonaaldoon Garee Biyyaalessaa Poorchugaaliif yeroo 200 hiriiree taphachuun galmee dinqisiisoo addunyaarratti galmaa’eera.
Roonaaldoon kaleessa galgala Liigii Awurooppaa Neeshans irratti tapha Poorchugaal, Ayerlaandi waliin taphattee irratti yeroo 200ffaa biyyaa isaaf hiriiruun goolii galchuun…
Read More...
Kiristoofer Nikuunkuun Paawundii miiliyoona 52 Cheelsitti makame
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) - Kirstoofer Nikuunkuun Paawundii miiliyoona 52 Cheelsitti makamuu kilabichi ifoomse.
Taphataan sarara fuulduraa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Faransaayii fi Kilaba RB Leepzig Kiristoofer…
Waaliyaawwan tapha gulaallii ramaddii 5ffaa har’a Maalaawwii waliin taphata
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Afrikaa ramaddii 5ffaa har’a Maalaawwii waliin ni taphata.
Waaliyaawwan har’a sa’aatii 11:00 irraa eegaluun gita isaanii…
Ammaan booda Kubbaan miilaa sanyummaan keessatti calaqqisu hin jiraatu – FIFA
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2015 (FBC) – Federeeshiniin Waldaa Kubbaa Miilaa Addunyaa ammaan booda Kubbaan miilaa sanyummaan keessatti calaqqisu kan hin jiraanne ta’uu ifoomse.
Waldichi koree farra sanyummaa taphattootaa taphataa sarara…
Atleet Yoomiif Qajeelchaan fiigicha daayimand liigii Oslootti fiigame injifate
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2015 (FBC) – Atleet Yoomiif Qajeelchaan fiigicha daayimand liigii halkan edaa Noorweey magaalaa Oslootti fiigame injifateera.
Dorgommii meetira kuma 5 dhiiroota gidduutti gaggeeffame Atleet Yoomiif Qajeelchaan…
Sagantaan Pirimeerliigii Ingiliz bara 2023/24 ifoome
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)- Sagantaan Pirimeerliigii Ingiliz bara 2023/24 ifoomeera.
Akkataa sagantaa ba’eetti torbeen dorgommii Piriimeerliigichaa bara faraanjoota Hagayyaa 11, 2023 kan eegaluu ta’uun ibsameera.
Gaafa sirna…
Rikardii haaraan Atileet Lammeechaa Girmaan galmeesse ragga’eef
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2015 (FBC)-Atileet Lammeechaa Girmaan dorgommii Fiigichaa mana keessaa meetira kuma 3 Paariis irratti rikardii haaraan galmeesse ragga’e.
Atileet Lammeechaa Girmaan dorgommicha daqiiqaa 7, sekoondii 23 fi…