Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Kaameeruun 2 – 1 Burkiinaa Faasoo

Finfinnee, Amajjii 1, 2014 (FBC) - Taphni baniinsaa waancaa Afrikaa 33ffaa Kaameerunii fi Burkiinaa Faasoo gidduutti gaggeeffame olaantummaa Kaameeruuniin xumurameera. Gustaavoo Saangareen daqiiqaa 24ffaa irratti goolii 1 galchuun Burkiinaa Faasoon daqiiqaa 20 dursitus daqiiqaa 40 fi 45+3 Viinsant Abbuubakar rukkuttaa addabbiin (Peenaaliitiin)…
Read More...