Ispoortii
Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa aanolee Godina Jimmaatti eegale
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)-Godina Jimmaatti shaampiyoonaan Ispoortii aadaa bara 2014 aanolee godinichatti guyyaa har'aa eegalameera.
Shaampiyoonaan kun gosoota ispoortii garaagaraatiin aanolee godinichaa hirmaachisuun guyyoota 10'f kan gaggeeffamu ta'uun ibsameera.
Itti Gaafatamaan Waajjira Dargaggoo fi Ispoortii Godina Jimmaa Obbo…
Read More...
Dorgommii fiigichaa biyyoota garaagaraatti fiiggameen Atleetoonni Ityoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu…
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC) – Xumura torbee darbee Dorgommii fiigichaa idil addunyaa biyyoota garaagaraatti fiiggameen Atleetoonni Ityoophiyaa koorniyaa lamaaninuu milkaa’aniiru.
Dorgommii Fiigicha Maarootaanii…
Sarjoo Kuun Aguuweeroon tapha kubbaa miilaa dhaabuu beeksiise
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) –Taphataan sarara fuulduraa garee biyyaalessaa Arjentiinaa fi Maanchiester Siitii duraanii fi Baarseloonaa ammaa Sarjoo Kuun Aguuweeroon sababa dhibee onneen tapha kubbaa miilaa dhaabuu…
Fiigicha daandiirraa Ispeenii fi Meeksiikootti gaggeeffameen Atileetonni Ityoophiyaa milkaa’an
Finfinnee, Muddee 4, 2014 (FBC) – Fiigicha daandiirraa xumura torbanii Ispeenii fi Meeksiikootti gaggeeffameen Atileetonni Ityoophiyaa milkaa’aniiru.
Maaraatoonii Maalaagaa Ispeenitti gaggeeffameen atileet Tsigeenesh Makonnin 1ffaa yoo…
Zidaan Maachisteer Yuunaayitiid leenjisuuf fedhii hin qabu jedhe
Finfinnee, Sadaasa 13, 2014(FBC) – Maanchisteer Yuunaayitiid Zinaddiin Zidaan kilabicha akka leenjisuuf gaaffii dhiyeessuus, zidaan ammatti fedhii kan hin qabne ta’uu ibseera.
Maanchiisteer Yuunaayitid Sambataa darbe goolii 4 fi 1n…
Tapha gulaallii waancaa Addunyaan Ityoophiyaan Gaanaa waliin qixa baate
Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC) – Tapha gulaallii waancaa Addunyaan gareen kubbaa miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa gita isaa Gaanaa waliin qixa xumureera.
Goolii Andiree Ayyuu Gaanaaf lakkoofsiseen gareen kubbaa miilaa Biyyaalessa…
Astoonviilaan Isteevaan Jeeraard leenjisaa taasiisuun muude
Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC) – Kilabni Ingiliz Astoonviilaan Isteevaan Jeeraard leenjisaa taasiisuun muudeera.
Kilabichi leenjisaa isaa Diin Ismiiz erga gaggeessee leenjisaa haaraa barbaadaa tureera jedhame.
Guyyaa har’aa…