Ispoortii
Taphni har’a Arsenaal Astoon Viilaa waliin taphatu ni eegama
Finfinnee, Mudde 21, 2018 (FMC)_ Taphoota Piriimeer liigii Ingiliz torbee 19ffaan har'a taphoonni jaha ni taphatamu.
Astoon viilaan dorgommii hundaan taphoota 11 injifachuu hordofee taphni har'a galgala dursaa liigichaa Arsenaal waliin tapahtu ni eegama.
Taphni kilaboota lamaanii galgala sa'aatii 5:15 irratti Istaadiyeemii Emireetitti ni…
Read More...
Afrikaan Kibbaa Zimbaabuwee yoo injifattu, Ijipti Angoolaa waliin qixa baate
Finfinnee, Mudde 20, 2018 (FMC) - Taphoota ramaddii xumuraa Waancaa Afrikaa 35ffaa har'a taphatameen Afrikaan Kibbaa Zimbaabuwee yoo injifattu, Ijipti ammoo Angoolaa waliin qixa baateerti.
Afrikaan Kibbaa galchii 3 fi 2'n Zimbaabuwee…
Waancaa Afrikaan har’a taphoonni ramaddii xumuraa 4 ni taphatamu
Finfinnee, Mudde 20, 2018 (FMC) – Waancaa Afrikaa 35ffaa Moorookootti taphatamaa jiruun har’a taphoonni ramaddii xumuraa 4 ni taphatamu.
Galgala sa’aatii 1:00 jalqabee Afrikaan Kibbaa Zimbaabuwee waliin, Angoolaan immoo Ijipti waliin…
Moozaambiik galchii 3 fi 2’n Gaaboon injifatte
Finfinnee, Mudde 19, 2018 (FMC) - Taphoota Waancaa Afrikaa 35ffaa marsaa 2ffaa har'a taphatameen Moozaambiik Gaaboon injifatteerti.
Moozaambiik galchii 3 fi 2'n Gaaboon injifatteerti.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa…
Dorgommii madaallii ga’umsaa biskileettii gaggeeffamaa tureen Shaggar Koorniyaa lamaaninuu…
Finfinnee, Mudde 19, 2018 (FMC) - Dorgommiin Madaallii Ga'umsaa kilaaboota biskileettii Magaalaa Finfinneetti baatii tokkoof gaggeeffamaa ture olaantummaa magaalaa Shaggariin xumurameera.
Dorgommii kanaan kilabiin biskileetii Magaalaa…
Taphoota Waancaa Afrikaa marsaa 2ffaan har’a taphoonni afur ni taphatamu
Finfinnee, Mudde 19, 2018 (FMC) - Tapha waancaa Afrikaa 35ffaa qopheessummaa Morookoon gaggeeffamaa jiruun har'a taphoonni marsaa 2ffaa afur ni taphatamu.
Waaree booda sa'aatii 9:30 jalqabee Gaaboon Moozaambik waliin morkatti.
Tapha…
Seenegaaliifi Rippaabilikni Dimookiraatawaa Koongoo qixa bahan
Finfinnee, Mudde 18, 2018 (FMC) – Tapha waancaa Afrikaa 35ffaan Seeneegaaliifi Rippaabiliikni Dimookiraatawaa Koongoo goolii 1 fi 1 qixa bahaniiru.
Taphni Taanzaaniyaafi Ugaandaan sa’aatii 2:00 irraa eegalee akkasumas Naayijeeriyaafi…