Ispoortii
Saa’oo Toomee fi Pirinsiippee 0 – 3 Itiyoophiyaa
Finfinnee, Bitootessa 18, 2018 (FMC) - Tapha gulaallii duraa waancaa Afrikaa 2027 har'a taphatameen Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Saa'oo Toomee fi Pirinsiippee injifateera.
Taphni kun har’a galgala sa’aatii 1:00 eegalee Moorookoo Istaadiyeemii Eel Abdiittii taphatameen Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa galchii 3 fi…
Read More...
Itiyoophiyaa vs Saawoo Toomee fi Pirinsippee
Finfinnee, Bitootessa 18, 2018(FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa har’a tapha gulaallii duraa Waancaa Afrikaa 2027 gita isaa Saawoo Toomee fi Pirinsippee waliin taphata.
Tapha kanaan gareen dhaqaa gala injifate…
Dorgommiin Aartii Sarkasii Oromiyaa magaalaa Adaamaatti eegale
Finfinnee, Bitootessa 17, 2018(FMC) – Dorgommiin Aartii Sarkasii Oromiyaa marsaa 1ffaa magaalaa Adaamaatti eegaleera.
Wal ta’iinsa biiroo aadaafi Tuurizimii Oromiyaafi Biiroo Dargaggoofi Ispoortii Oromiyaatiin kan qophaa'e dorgommiin…
Shaampiyoonaan Atileetiksii Itiyoophiyaa 55ffaan gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 15, 2018 (FMC) – Dorgommiin Shaampiyoonaa Atileetiksii Itiyoophiyaa 55ffaan Istaadiyeemii Idil-addunyaa Adey Ababaatti guyyaa har'aa gaggeeffamuu eegaleera.
Dorgommii kana irratti Atileetonni kumni 1 ol naannolee 9,…
Maanchiister Siitiin Waancaa Kaaraabaa’oo injifate
Finfinnee, Bitootessa 13, 2018 (FMC) – Maanchiister Siitiin Arsenaal injifachuun shaampiyoonaa Waancaa Kaaraabaa'oo ta'eera.
Siitiin galchii 2 fi 0'n Arsenaal injifachuun shaampiyoonaa ta'eera.
#Oromia #Ethiopia
Dubartoonni ogummaan jiraatu; ofitti amanamummaan hojjetu; ni danda’us – Kantiibaa Adaanech…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2018 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abbeebbee, har’a ganama fiigicha daandii irraa kiiloomeetira 5 dubartoonni 16,000 irratti hirmaatan eegalchiisaniiru.
Kantiibittiin yeroo kanatti akka…
Maanchister Siitii moo Arsienaal? Tapha Xumuraa Hawwiin Eegamu
Finfinnee, Bitootessa 13, 2018 (FMC) – Taphni xumuraa Waancaa Kaaraabaa'oo Ingilaand galgala har’aa Istaadiyeemii Weembileetti Maanchister Siitii fi Arsinaal gidduutti ni taphatama.
Kilabootni lamaan waancaa jalqabaabara dorgommiichaa…