Ispoortii
Ijibti Ityoophiyaan injifatamuu booda leenjisaa ishee geggeessite
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Waldaan Kubbaa Miilaa Ijibti, Leenjisaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ijibti Ihaab Gaalaal leenjisummaarraa geggeesse.
Ijibti torban darbe tapha gulaallii waancaa Afrikaaf Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa waliin taphachuun 2-0 injifatamuun ishee ni yaadatama.
Kan malees, tapha michummaa…
Read More...
Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 26ffan Bunni Ityoophiyaa milkaa’e
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 26ffaa har’a waaree dura taphatameen Bunni Ityoophiyaa Magaalaa Adaamaa goolii 2 fi 1n injifateera.
Tapha Istaadiyeemii magaalaa…
Shaampiyoonaa Atileetiksii Afriikaa 22rratti jilli hirmaate simatame
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 22ffaarratti kanneen hirmaatan Garee Jilaa Atiletiksii Ityoophiyaaf simannaan taasifameera.
Moorishiyeesitti kan gaggeeffamaa ture Shaampiyoonaan Atileetiksii…
Atileet Maammoo Mangistuu fi Atileet Zinnaash Gaarradoo dorgommi Maraatoonii Abbabaa Biqilaa…
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2014 (FBC) – Atileet Maammoo Mangistuu dhiiraan, Atileet Zinnaash Gaarradawu dubartootaan dorgommii fiigicha Maraatoonii Abbabaa Biqilaa 38ffaa Magaalaa Baahirdaaritti gaggeeffame injifatan.
Dorgommicha…
Sochiin ga’umsa qaamaa sadarkaa magaalaatti gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2014 (FBC) - Sochiin ga’umsaa qaamaa sadarkaa magaalaa Finfinneetti marsaa 7ffaaf mata duree “Finfinnee magaalaa nageenyaa fi waliin jireenyaa” jedhuun kutaa magaalaa Addis Katamaatti gaggeeffameera.
Sochii…
Fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 dhiiraan atileetonni Ityoophiyaa milka’an
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2014 (FBC) Moorishiyesitti kan gaggeeffamaa jiru Shaampiyoonaa Atileetiksii Afriikaa 22ffaan Atileetonni Ityoophiyaa milkaa’aa jiru.
Guyyaa har’aa fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 gaggeeffameen Atileet…
Ityoophiyaa 2 – 0 Ijipti
Finfinnee, Waxabajjii 2 , 2014 (FBC) –Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha Gulaallii Waancaa Afrikaa 2023f gaggeessaa jiruun gita isaa Ijipti goolii 2 fi 0n injifateera.
Taphataan sarara fuulduraa garichaa Daawwaa…