Ispoortii
Taphoota Betkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa har’a gaggeeffameen Adaamaan Jimmaa Abbaa Jifaar injifate
Finfinnee, Muddee 4, 2013 (FBC) – Taphoota Betkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 1ffaa har’a gaggeeffameen Adaamaan Jimmaa Abbaa Jifaar 4 fi 1 injifateera.
Tapha har’a waaree booda sa’aatii 9:00 irraa eegalee Istaadiyeemii magaalaa Finfinneetti gaggeeffameen gareen Jimmaa Abbaa Jifaar garee bulchiinsa magaalaa Adaamaan 1 fi 4…
Read More...
Guyyaan injifannoo Kumalaa Abbabaa Biqilaa Olompikii Room waggaa 60ffaaan yaadatamaa jira
Finfinnee, Muddee 4, 2013 (FBC) – Guyyaan yaadannoo injifannoo Maaraatoonii Kumalaa Abbabaa Biqilaa Olompikii Room waggaa 60ffaaan Hooteel Sharaatan Addisitti gaggeeffamaa jira.
Guyyaa injifannoo Kumalaa Abbabaa Biqilaa…
Sirni Abaaboo kaa’uu fi eebbi Siidaa Kumalaa Maammoo Waldee gaggeeffame
Finfinnee, Muddee 4, 2013 (FBC) –Sirni Abaaboo kaa'uu fi eebbi Siidaa Kumalaa Maammoo Waldee Mana Kiristiyaanaa qulqulluu Yooseefitti eebbifameera.
Siidaan Kumalaa Maammoo Waldee diiggame ture irra deebiin hojjetamuun…
Priimeyar Liigiin Ityoophiyaa tapha magaalan Dirree Dawaa magaalaan Sabbataa waliin taasiseen guyyaa…
Finfinnee, Muddee 3, 2013 (FBC) –Priimeyar Liigiin Ityoophiyaa tapha magaalan Dirree Dawaa magaalaan Sabbataa waliin taasiseen guyyaa har’aa eegaleera.
Tapha Istaadiyoomii Finfinneetti gaggeeffameen Dirree dawaan magaalaa sabbataa…
Waldaan koreewwan Olompikii Afrikaa Badhaasa Ispoortii olaanaa ardii Afrikaa Dooktar Abiyyiif laate
Finfinnee, Sadaasa 28, 2013 (FBC) – Waldaan koreewwan Olompikii Afrikaa Badhaasa Ispoortii olaanaa ardii Afrikaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif laate.
Badhaasichi hoggantoota Afrikaa guddina Ispoortii…
Waldorgoommii walakkaa Maraatoonii Magaalaa Vaaleenshiyaatti fiigameen Ganzabee Dibaabaa injifatte
Finfinnee, Sadaasa 27, 2013 (FBC) - Waldorgoommii walakkaa Maraatoonii Magaalaa Vaaleenshiyaatti fiigameen Atileet Ganzabee Dibaabaa injifatte.
Atileet Ganzabeen fiigichichicha sa’aatii 1f daqiiqaa 5f maayikiroo sekondii 18…
Obbo Dammaqaan Preezdaantii Waldaa koreewwan Olompikii biyyaaleessa Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 25, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makkoonniin Preezdaantii Waldaa koreewwan Olompikii biyyaaleessa Afrikaa Musxafaa Beeraaf waliin mari’ataniiru.…