Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Waldaan koreewwan Olompikii biyyaaleessa Afrikaa yaa’ii waggaa Dilbata dhufu Finfinneetti ni gaggeessa

Finfinnee, Sadaasa 25, 2013 (FBC) – Ispoortii Olompikii Afrikaa olaantummaan kan hogganu Waldaan koreewwan Olompikii biyyaaleessa Afrikaa yaa’ii waliigalaa waggaa Dilbata dhufu Finfinneetti ni gaggeessa. Yaa’ii waggaa Waldaa koreewwan Olompikii biyyaaleessa Afrikaa kana Ityoophiyaatu qopheessa jedhame. Yaa’iichaan dhimmoota Ispoortii…
Read More...