Ispoortii
Atileet Dassaalenyi Daanyaw fi Yegillee Isheetuun fiigicha guddicha daandirraa Magaalaa Jimmaatti dorgomame injifatan
Finfinnee, Bitootessa 28, 2017 (FMC) – Magaalaa Jimmaatti fiigichi guddichi Itiyoophiyaa mata duree"Itiyoophiyaa haa barru!" jedhuun dorgomameera.
Atileet Dassaalenyi Daanyaw dorgommii kiiloomeetira 15 Atileetoota dhiirotaa gidduutti dorgomame injifateera.
Atileet Jaafaar Jamaal 2ffaa fi Atileet Abiyoota Mogas ammoo 3ffaa bahuun xumuraniiru.…
Read More...
Atileet Dirribee Waltajjiin Fiigicha ‘Giraandi Slaam’ injifatte
Finfinnee, Bitootessa 28, 2017(FMC) - Atileet Dirribee Waltajjiin Fiigicha 'Giraandi Slaam' meetira kuma 1 fi 500 dubartoota gidduutti dorgomame injifatte.
Fiigicha Giraandi Slaam Jaamaayikaatti dorgomameen Atileet Dirribee Waltajjiin…
Piriimeer Liigii Ingilaandiin har’a taphni darbii Maanchuuriiyaalii ni eegama
Finfinnee, Bitootessa 28, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandiin torbee 31ffaan taphni darbii Maanchuuriiyaalii hawwiin eegama.
Taphni Maanchiister Yuunaayitiid har’a galgala sa’aatii 12:30 eegalee…
Fiigichi Guddichi Jimmaa Itiyoo-Telekoom 2017 boru gaggeeffama
Finfinnee, Bitootessa 27, 2017( FMC)- Fiigichi Guddichi Jimmaa Itiyoo-Telekoom 2017 guyyaa boruu kan gaggeeffamu ta’uun ibsame.
Fiigichicha, Fiigicha Guddicha Itiyoophiyaatti fi Magaalaan Jimmaa waliin ta’uun kan qopheessan ta’uu…
Arsenaal Eevartan waliin qabxii qooddate
Finfinnee, Bitootessa 27, 2017( FMC)- Tapha Piriimerliigii Ingilaand torbee 31ffaan Arsenaal Eevartan waliin qixa bahe.
Arsenaaliif galchii dursummaa Liyaandiroo Tiroosaard yoo galchu, boqonnaan booda rukuttaa adabbiin Niidiiyaayeen…
Keevan Diibrooyin xumura bara dorgommii kanaa Maanchiister Siitii gadi lakkisuufi jedhame
Finfinnee, Bitootessa 26, 2017 (FMC) – Taphatan sarara gidduu Garee Biyyaaleessaa Beeljiyeemii fi Maanchiisteer Siitii Keevan Diibrooyin xumura bara dorgommii kanaa Maanchiister Siitii gadi lakkisuufi jedhameera.…
Itiyoophiyaa Madin Magaalaa Hawaasaa injifachuun dursummaa isaa cimsate
Finfinnee, Bitootessa 25, 2017 (FMC)- Piriimiyeer liigii Itiyoophiyaa torbee 23ffaan Itiyoophiyaa Madin magaalaa Hawaasaa galchii 2 fi 1’n injifachuun dursummaa isaa cimsuu danda’eera.
Tapha sa'aatii 12:00 irratti taphatame Itiyoophiyaa…