Ispoortii
Carraan rammaddii nuusa xummuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoome
Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) – Kilaboota 8 kan hirmaachisu Carraan rammaddii nuusa xummuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoomeera.
Sagantaa carraa baasuu har’a sa’aatii 8:00 irraa eegalee Siwiizarlaand magaalaa Niyoonitti gaggeeffameen:-
Maanchiisteer Siitii - Burooshiyaa Doortmaand
Poortoo - Cheelsii
Baayern…
Read More...
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha michummaa Maalaawwii waliin gaggeesse 4 fi 0n…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2013 (FBC) - Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha michummaa Maalaawwii waliin gaggeesse 4 fi 0n injifateera.
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Afrikaa…
Shaampiyoonaan Atleetiksii Kilaboota Oromiyaa 11ffaan Magaalaa Naqamteetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 8, 2013 (FBC) - Shaampiyoonaan Atleetiksii Kilaboota Oromiyaa 11ffaan Magaalaa Naqamteetti gaggeeffamaa jiraachuu Komishiniin Ispoortii Oromiyaa beeksiise.
Waldorgommii guyyoota 6f turu kanarratti…
Abbaan murteessummaa olaanaan Ispoortii Inispeektar Sisaay Wayyeessan boqatan
Finfinnee, Bitootessa 5, 2013 (FBC) –Abbaan murteessummaa olaanaan Ispoortii Inispeektar Sisaay Wayyeessan addunyaa kanarraa du'aan boqatan.
Ispoortii Bishaan Daakuu Ityoophiyaa keessatti Abbaa murteessummaa fi leenjisaa ta'uun yeroo…
Magalaa Finfinneetti dorgommii fi Feestiivaalli Ispoortii dubartootaa 10ffaan eegalame
Finfinnee, Bitootessa 4, 2013 (FBC) – Qopheessummaa Komishinii Ispoortii magaalaa Finfinneen dorgommii fi Feestiivaalli Ispoortii dubartootaa 10ffaan eegalameera.
Ispoorteessitoonni 400 kan itti hirmaatan Feestiivaalli kun hanga…
Dorgommii Atleetiksii guddattootaa biyyaalessaa 2ffaa naannoon Oromiyaan olaantummaan xummure
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC) – Waldorgommii Atleetiksii guddattoota Biyyaalseessa 2ffaa magaalaa Asallatti gaggeeffameen naannoon Oromiyaa sadarkaa 1ffaan xummureera.
Jilli Atileetiksii guddattoota Oromiyaa qabxii…
Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 15ffaan Sabbataan magaalaa Hawaasaa injifate
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 15ffaan Magaalaan Sabbataa Magaalaa Hawaasaa injifateera.
Tapha har’a sa’aatii 4:00 irraa eegalee Istaadiyeemii Bahaar Daaritti…