Ispoortii
Gulaallii dhiirootaa meetira 1500’n atileetoonni Ityoophiyaa lama walakkaa xumuraf darban
Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC)- Gulaallii dhiirootaa meetira 1500'n atileetoonni Ityoophiyaa lama walakkaa xumuraf darbaniiru.
Ramaddii lammaffaarra Saamu’eel Abbaat sadarkaa 5ffaa 3፡41.63 qabatee yoo xumuruu, ramaddii 3ffaa keessaa atileet Taaddasaa Lammii sadarkaa 2ffaa 3፡36.26 qabachuun dorgommii walakka xumuraatti makamuusaanii…
Read More...
Oloompikii Tookiyoon dubratootaan atileet Gudaaf Tsaggayee Ityoophiyaaf meedaliyaa maaldaa…
Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC)- Oloompikii Tookiyoon meetira 5,000 dubratootaan atileet Gudaaf Tsaggayee Ityoophiyaaf meedaliyaa maaldaa argamsiisteetti.
Dorgommichaan dhalattuu Ityoophiyaa atileet Siifan Hassaan Nizeerlaandiif…
Olompikii Tookiyoo dorgommii gufachisaa dhiirootaan Lammeechaa Girmaa Ityoophiyaaf meedaaliyaa…
Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC)- Olompikii Tookiyoo dorgommii fiigichaa gufachisaa dhiirootaa meetira 3000 har’a 9:15 irratti gaggeeffameen Lammeechaa Girmaa Ityoophiyaaf meedaaliyaa Birrii argamsiiseera.
Lammii Moorookoo kan ta’ee…
Atileet Fireewaynii Hayiluu fi Lamlam Hayiluu guulalii meetiraa 1,500 dorgoomameen xumuraaf darban
Finfinnee, Adooleessa 26,2013 (FBC)- Oloompikii Tookiyoon har'a gara barii figiichaa guulalii meetiraa 1,500 dorgoomameen Atileet Fireewaynii Hayiluu fi Lamlam Hayiluu xumuraaf darbaniiru.
Gulaallii Meetira 1,500’tiin Fireewaynii…
Olompiikii Tookiyootin Ityoophiyaan warqee jalqabaa argatte
Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC)- Olompiikii Tookiyootin Ityoophiyaan warqee jalqabaa argatteetti.
Olompiikii Tookiyoo dorgoommii dhirootaa meetira kuma kudhaniitin Solomoon Baarigaa Ityoophiyaadhaaf warqee jalqabaa argamsiiseera.…
Dorgommii gulaallii meetira kuma 5 dubartootaan Atileetotni Ityoophiyaa 3 xumuraaf darban
Dorgommii gulaallii meetira kuma 5 dubartootaan Atileetotni Ityoophiyaa 3 xumuraaf darban
Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC)- Dorgommii gulaallii meetira kuma 5 dubartootaan Atileetotni Ityoophiyaa 3 xumuraaf darbaniiru.
Dorgommii…
Oolimpikii Tookiyoon har’a sa’aatii 10:00 eegalee Fiigichi xumuraa meetira kuma 10 ni gaggeeffama
Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC) – Oolimpikii Tookiyoon har’a sa’aatii 10:00 Fiigichi xumuraa meetira kuma 10 Atleetoonni Ityoophiyaa keessatti hirmataan ni gaggeeffama.
Guyyaa sa’aatii 7:00 irraa kaasee figichi…