Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee16ffaa har’a gaggeeffameen Magaalaan Walqixxee Magaalaa Baahir Daariin injifatame

Finfinnee, Eebla 1, 2013 (FBC)- Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee16ffaa har’a gaggeeffameen Magaalaan Walqixxee Magaalaa Dirree Dawaan injifatameera. Tapha har’a sa’aatii 10:00 irraa eegalee Istaadiyeemii Magaalaa Dirree Dawaatti Magaalaan Walqixxee fi Magaalaa Baahir Daar giddutti taphatameen Baahir Daar…
Read More...

Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC) - Fiigicha meetira kuma 10 sagantaa baniinsa Shaampiyoonaa Atleetiksii Ityoophiyaa waggaa 50ffaa har'a gaggeeffameen Atleet Barihee Aragaawwii injifateera. Fiigichi xummuraa fageenya meetira kuma 10…