Ispoortii
Shaampiyoonaan tapha guutuu Aanaalee Godina Jimmaa eegale
Finfinnee, Bitootessa 20, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaan tapha guutuu Aanaalee Godina Jimmaa 32ffaan eegale.
Shaampiyoonaan kun mata duree"Ispoortiin olka'insa biyyaaf" jedhuun guyyoottan 10’f kan geggeeffamuudha.
Itti Gaafatamaan waajjira dargaggoo fi Ispoortii Godina Jimmaa obbo Nagumaa Makoonnin, kaayyoon dorgomichaa dargaggoota gahuumsa…
Read More...
Dorgommiin Ispoortiiwwan Aadaa Itiyoophiyaa 23ffaa fi Feestivaalli Ispoortiiwwan Aadaa Itiyoophiyaa…
Finfinnee, Bitootessa 20, 2018 (FMC) – Dorgommiin Ispoortiiwwan Aadaa Itiyoophiyaa 23ffaa fi Feestivaalli Ispoortiiwwan Aadaa Itiyoophiyaa 19ffaan guyyaa har’aa magaalaa Hararitti gaggeeffamuu eegaleera.
Dorgommiifi feestivaala…
Saa’oo Toomee fi Pirinsiippee 0 – 3 Itiyoophiyaa
Finfinnee, Bitootessa 18, 2018 (FMC) - Tapha gulaallii duraa waancaa Afrikaa 2027 har'a taphatameen Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Saa'oo Toomee fi Pirinsiippee injifateera.
Taphni kun har’a galgala sa’aatii 1:00 eegalee…
Itiyoophiyaa vs Saawoo Toomee fi Pirinsippee
Finfinnee, Bitootessa 18, 2018(FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa har’a tapha gulaallii duraa Waancaa Afrikaa 2027 gita isaa Saawoo Toomee fi Pirinsippee waliin taphata.
Tapha kanaan gareen dhaqaa gala injifate…
Dorgommiin Aartii Sarkasii Oromiyaa magaalaa Adaamaatti eegale
Finfinnee, Bitootessa 17, 2018(FMC) – Dorgommiin Aartii Sarkasii Oromiyaa marsaa 1ffaa magaalaa Adaamaatti eegaleera.
Wal ta’iinsa biiroo aadaafi Tuurizimii Oromiyaafi Biiroo Dargaggoofi Ispoortii Oromiyaatiin kan qophaa'e dorgommiin…
Shaampiyoonaan Atileetiksii Itiyoophiyaa 55ffaan gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 15, 2018 (FMC) – Dorgommiin Shaampiyoonaa Atileetiksii Itiyoophiyaa 55ffaan Istaadiyeemii Idil-addunyaa Adey Ababaatti guyyaa har'aa gaggeeffamuu eegaleera.
Dorgommii kana irratti Atileetonni kumni 1 ol naannolee 9,…
Maanchiister Siitiin Waancaa Kaaraabaa’oo injifate
Finfinnee, Bitootessa 13, 2018 (FMC) – Maanchiister Siitiin Arsenaal injifachuun shaampiyoonaa Waancaa Kaaraabaa'oo ta'eera.
Siitiin galchii 2 fi 0'n Arsenaal injifachuun shaampiyoonaa ta'eera.
#Oromia #Ethiopia