Ispoortii
Madin Itiyoophiyaan shaampiyoonaa Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa ta’e
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2017 (FMC) - Madin Itiyoophiyaan shaampiyoonaa Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2017 ta’e.
Kilabichi taphoonni 3 osoo hafuu seenaa keessatti yeroo jalqabaaf shaampiyoonaa Piriimeer Liigii Itiyoophiyaaa ta’eera.
Piriimeer Liigichaan sadarkaa 2ffaa irratti kan argamu Bunni Itiyoophiyaa har’a Maqalee 70 Indartaa waliin…
Read More...
Poorchugaal Shaampiyoonaa Neeshin Liigii Awurooppaa taate
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2017(FMC) – Tapha xumuraa waancaa Neeshin Liigii Awurooppaa halkan kana taphatameen Poorchugaal Ispeen injifachuun shaampiyoonaa taate.
Sa'aatiin idilee 2 qixa xumuramuun rukkuttaa adda bahiinsaan Poorchugaal…
Bunni Sidaamaa yeroo jalqabaaf shaampiyoonaa waancaa Itiyoophiyaa ta’e
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2017 (FMC) - Bunni Sidaamaa Walaayittaa Diichaa injifachuun shaampiyoonaa Waancaa Itiyoophiyaa bara 2017 ta'eera.
Tapha xumuraa har'a Istaadiyeemii Finfinneetti geggeeffameen Bunni Sidaamaa galchii 2 fi1n…
Fiigichi Walakkaa Maaraatoonni 18ffaan xumurame
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2017 (FMC )- Dorgommiin fiigicha walakkaa maaraatoonii 18ffaan Addabaabaayii Masqalaatti gaggeeffamaa ture xumurameera.
Dhiirotaan Atileet Leellisaa Fufaa sa’aatii fi daqiiqaa 3 fi seekondii 46’n…
Leenjisaa Siimoon Inzaagiin Intermiilaan waliin adda bahan
Finfinnee, Caamsaa 26, 2017 (FMC) – Intermiilaan lammii Xaaliyaanii Leenjisaa Siimoon Inzaagiin waliin adda bahuu ifoomse.
Siimoon Inzaagiin waggoottan arfan darban keessaa Intermiilaan waliin Waancaa Seerii 1 fi Kooppa Itaaliyaa 2…
Adaamaa 2 – 0 Bahiirdar
Finfinnee, Caamsaa 25, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 33ffaa har’a taphatameen Magaalaan Adaamaa galchii 2 fi 0n Magaalaa Bahiirdar injifateera.
Kanaanis Adaamaan taphoota 3 walitti aansuun yoo injifatu…
Maatiyaas Kuunhaa Maanchistar Yuunaayitidiif mallatteesse
Finfinnee, Caamsaa 24, 2017(FMC) – Maanchistar Yuunaayitid taphataa sarara fuulduraa Biraazil Maatiyaas Kuunhaa kilaba Woolvis irraa mallatteessisuu ifoomse.
Taphatichi garicha waliin waliigaltee kontiraataa waggaa shanii hanga bara…