Ispoortii
PSG Tootanihaam waliin –Tapha eegamaa…
Finfinnee, Hagayya 7, 2017 (FMC) – Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa kan injifate PSG’n Liigii Yuurooppaa kan injifate Tootanihaam Hootispar waliin taphni xumuraa Suuppar kaappii Awurooppaa har’a galgala taphatan ni eegama.
Kilabni Faransaay PSG’n bara xumurame keessatti Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa dabalatee waancaawwan dorgommiiwwan biyya…
Read More...
Ispoortiin ijaarsa maqaa biyyaa keessatti gumaacha olaanaa qaba
Finfinne, Hagayya 6, 2017 (FMC) – Sagantaan beekamtii kennuu kilaba kubbaa miilaa magaalaa Shaggar gaggeeffameera.
Kilabni magaalaa shaggar hundeeffamee waggoota muraasa keessatti koorniyaa lamaaninuu gara Pirimeer liigiitti ol…
Kiristaal Paalaas waancaa Koomuniitii Shiildii injifate
Finfinne, Hagayya 4, 2017 (FMC) – Kiristaal Paalaas yeroo jalqabaaf Liivarpuuliin rukuttaa adda bahiinsaan mo’achuun waancaa Koomuniitii Shiildii injifateera.
Kiristaal Paalaas rukuttaa adda bahiinsaa goolii 3 fi 2’n Liivarpuuliin…
Tapha xumuraa Koomuniitii Shiildiin Liivarpuuliifi Kiristaal Paalaas wal morkatu
Finfinne, Hagayya 4, 2017 (FMC) – Tapha xumuraa Koomuniitii Shiildiin taphni Liivarpuuliifi Kiristaal Paalaas ni eegama.
Kilaboonni lameen waancaa Komuniitii Shiildiif galgala sa’aatii 11:00 irratti istaadiyeemii Weembileey irratti wal…
Viilaariyaaal jijjiirraa Toomaas Paartee xumure
Finfinnee, Hagayya 1, 2017 (FMC) - Viilaariyaall taphataa sarara gidduu Arsenaal Toomaas Paartee jijjiirraa bilisaan mallatteessisuun xumureera.
Viilaariyaall taphataa sarara ittisaa Arsenaal duraanii Toomaas Paartee jijjiirraa…
Evertan Kiyarnaan Dewusburii Hal Cheelsii irraa mallatteessise
Finfinnee, Adoolessa 30, 2017(FMC) – Kilabni Marsiisaayid Evertan Kiyarnaan Dewusburii Hal Cheelsii irraa mallatteessisuu ifoomseera.
Taphataa waggaa 26 kanaaf paawondii miliyoona 25 fi ilaalamaa kan dabalamu paawundii miliyoona 4’n…
Gabaan Roobii Shaampiyoonaa Kilaboota Liigii 1ffaa Oromiyaa ta’e
Finfinnee, Adoolessa 29, 2017 (FMC) – Taphni xumuraa Shaampiyoonaa Kilaboota Liigii 1ffaa Oromiyaa Gabaa Roobii fi Shanoo gidduutti taphatame olaantummaa Gabaa Roobiin xumurame.
Shaampiyoonaan Kilaboota Liigii 1ffaa Oromiyaa bara 2017…