Ispoortii
Sosochii Itiyoophiyaan haa oomishtuun Indaastiiwwan 625 gara hojiitti deebi’uun ibsame
Finfinnee, Ebla 25, 2017 (FMC) – Sosochii Itiyoophiyaan haa oomishtuun Indaastiiwwan cufamanii turan 625 gara hojiitti akka deebi'an taasifamuu Ministeera Indaastiriitti Inistiityuutiin Misooma Indaastirii Oomishaalee ibse.
Sosochichaan dandeettiin oomishtummaa Indaastiriiwwan % 46 irraa gara % 61 ol guddachuu Daayrekterri…
Read More...
Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan taphni cufiinsaa har’a Shaggarii fi Nageellee Arsii gidduutti taphatamu…
Finfinnee, Ebla 25, 2017 (FMC) – Kilaboonni Oromiyaa lamaan Piriimeer Liigii Itiyoophiyaatti guddachuu isaanii mirkaneeffatan Shaggarii fi Nageellee Arsiin shaampiyoonaa bara kanaa ta’uuf falmiin taasisan ni eegama.
Morkiin har’a waaree…
Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 35ffaan har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Ebla 24, 2017 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 35ffaan tapha har’a Maanchiister Siitiin Woolviis keessummeessuun eegalama.
Maanchiister Siitiin hirmaannaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa argachuuf falmiin…
Poolisiin Itiyoophiyaa dorgommii fiigicha walakkaa maaraatoonii injifate
Finfinnee, Ebla 24, 2017 (FMC) – Dorgommii Ispoortii Dhaabbata Gamtaa Ajajootaa Poolisii Baha Afrikaa 5ffaan Poolisiin Itiyoophiyaa dorgommii fiigicha walakkaa maaraatoonii injifateera.
Dorgommichaan Poolisiin Itiyoophiyaa koorniyaa…
Dambi Doolloon Shaampiyoonaa ta’e
Finfinnee, Ebla 23, 2017 (FMC) – Piriimeer Liigii Oromiyaa bara 2017 Shaampiyoonummaa Dambi Doolloon goolabame.
Tapha xumuraa har’a taphatameen Dambi Doolloon galchi 3 fi 1'n Yuunivarsiitii Naannoo Oromiyaa injifachuun…
Gullisoon Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaaf darbe
Finfinnee, Ebla 22, 2017 (FMC) –Kilabiin Bulchiinsa Magaalaa Gullisoo Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaaf darbeera .
Gullisoon Piriimeer Liigii Oromiyaan taphoota 19 taphateen 9 injifatee 5 injifatamuun 5 ammoo qabxii…
Poolisiin Itiyoophiyaa dorgommii darbannaa eeboo injifate
Finfinnee, Ebla 22, 2017 (FMC)- Poolisiin Itiyoophiyaa dorgommii Ispoortii Dhaabbata Gamtaa Ajajoota Poolisii Baha Afrikaa 5ffaan dorgommii darbannaa eeboo dubartootaan 1ffaafi 2ffaa bahuun injifateera.
Dorgommichaan Poolisiin Keeniyaa…