Ispoortii
Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 13ffaan Sabbataan qixa yoo xummuru,Jimmaa Abbaa Jifaar injifatame
Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 13ffaan Sabbataan qixa yoo xummmuru, Jimmaa Abbaa Jifaar injifatameera.
Taphni har’a sa’aatii 4:00 irraa eegalee Istaadiyeemii Bahaar daaritti gaggeeffameen Jimmaa Abbaa Jifaarii Hadiyyaa Hoosa’iinaan goolii 1 fi 0n injifatameera.
Tapha waaree…
Read More...
Magaalaa Dirree Dawaatti kan gaggeeffame dorgommii walakkaa maaratoonii Ityoophiyaa 14ffaa…
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2013 (FBC) -Magaalaa Dirree Dawaatti kan gaggeeffame dorgommii walakkaa maaratoonii Ityoophiyaa 14ffaa injifannoo naannoo Oromiyaa fi kilabii poolisii Oromiyaan xumurameera.
Ka’umsi mana barumsaa…
Fiigicha mana keessaa Poolaanditti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’aan
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) - Fiigicha mana keessaa Poolaanditti har'a gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa'aaniiru.
Fageenya meetira kuma 3 Lamlam Hayiluu sa'aatii fooyya'aa bara kanaa galmeessuun moo'atteerti.…
Dorgommii figiichaa mana keessaa Faransaay Atileet Gudaaf Tsaggaayee injifatte
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC)- Dorgommii figiichaa mana keessaan Faransaayitti gaggeeffame Atileet Gudaaf Tsaggaayee injifatte.
Waldorgommii fiigichaa mana keessaa meetra 800 Atileet Gudaaf Tsaggaayee dorgommicha fageenya…
Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa Oromiyaa 26ffaan xumurame
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2013 (FBC)- Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa Oromiyaa 26ffaan olaantummaa godina Jimmaan goolabameera.
Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa Oromiyaa 26ffaan torban tokkoof godinaalee Oromiyaa 16 fi…
Shaampiyoonaa Atileetiksii 2ffaa Guddattoota Oromiyaa umurii 18 gadii Bulchiinsi Magaalaa Asallaa…
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2013 (FBC)- Shaampiyoonaa Atileetiksii 2ffaa Guddattoota Oromiyaa umurii 18 gadii Bulchiinsi Magaalaa Asallaa Olaantummaan Xummure.
Shaampiyoonaan Atileetiksii 2ffaa guddattoota Oromiyaa umurii 18 gadi…
Komishiniin Ispoortii FDRI Geezeexeessitoota Ispoortiif leenjii hubannoo cimsuu laataa jira
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2013 (FBC) – Komishiniin Ispoortii FDRI Waajjira Farra Si’eessituu Biyyaaleessaa fi Waldaa Geezeexeessitoota Ispoortii waliin ta’uun Geezeexeessitoota Ispoortiif leenjii hubannoo cimsuu Adaamaatti laataa jira.…