Ispoortii
Liiverpuul Saawuzhaampitaniin injifachuun dursummaa isaa cimsate
Finfinnee, Sadaasa 15, 2017 (FBC)- Tapha Pirmiyeeliigii Ingiliz torbee 12ffaa har’a gaggeeffameen Liivarpuul Saawuzhaampitaniin 3 fi 2’n injifachuun dursummaa isaa cimsateera.
Haaluma kanaan Liiverpuul liigicha keessaa qabxii 31’n kan itti aanee jiru Maanchister Siitii garaagarummaa qabxii 9’n dursuu danda’eera.
Sa’aatii 1:30 irraa eegaluun…
Read More...
Liivarpuul Saawuzhampitan waliin Maanchister Yuunaayitid Ippiswiich waliin ni morkatu
Finfinnee, Sadaasa 15, 2017 (FBC)- Tapha Piriimiyerliigii Ingiliz torbee 12ffaa sagantaa har’aan Liivarpuul Saawuzhampitan waliin Maanchister Yuunaayitid ammoo Ippiswiich Taawon waliin ni morkatu.
Dursaan liigichaa Liivarpuul sa’aatii…
Maanchiisteer Siitii 0 – 4 Tootenhaam
Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Tapha Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 12ffaa halkan kana taphatameen Maanchiister Siitiin dirree ofiirratti Tootenhaamiin injifatameera.
Tootenhaam Istaadiyeemii Itihaadirratti galchii 4 fi 0n…
Arsenaal 3 – 0 Nootiingihaam Forest
Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 12ffaa galgala kana taphatameen Arsenaal, Biraayitanii fi Woolviis morkattoota isaanii injifataniiru.
Arsenaal galchii 3 fi 0n Nootiingihaam Forest,…
Leesister Siitii 1 – 2 Cheelsii
Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Tapha Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 12ffaan Cheelsiin Leesister Siitii injifate.
Cheelsiin galchii 2 fi 1n Leesister Siitii injifachuun falmii isaa cimsateera.
#Oromia #Ethiopia
Piriimeer Liigii Ingilaand torbee 12ffaan taphni Maanchiister Siitiin Tootenhaam keessummeessu…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 12ffaan tapha har’a waaree booda sa’aatii 9:30 eegalee Leesister Siitiin Cheelsii keessummeessuun eegalama.
Galgala har’aa sa’aatii 12:00 irraa jalqabee…
Lammii Kanaadaa Umrii 59’n ‘Push Up” si’a kuma 1 fi 500’ bu’uun rikaardii galmeessite
Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC)- Lammii Kanaadaa Doonaajeen Wiildee jedhamtuu kan Umrii waggaa 59 sa’aatii tokko keessatti Ispoortii ‘Push Up” si’a kuma 1 fi 500’ bu’uun rikaardii haaraa Addunyaan galmeessitetti.
Dubartii jalqabaa…