Ispoortii
Morookoo 2-0 Kaameeruun
Finfinnee, Amajjii 1, 2018 (FMC) – Taphoota nuusa xumuraa waancaa Afrikaa 35ffaa har'a taphatameen Moorookoon Kaameeruuniin galchii 2 fi 0'n >njifachuun tapha walakkaa xumuraaf dabarteerti.
Tapha sa'aatii 4 irraa eegalee taphatame kanaan Moorookoon kubbaa to'achuu irraa eegalee caalmaa fudhachuun boqonnaa dura daqiiqaa 26ffaa irratti…
Read More...
Taphoonni nuusa xumuraa waancaa Afrikaa har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Amajjii 1, 2018 (FMC) – Taphoonni nuusa xumuraa Waancaa Afrikaa 35ffaa har’aa eegaluun taphatamu.
Har’a galgala sa’aatii 1:00 eegalee Maaliin Seeneegaal waliin morkatti.
Biyyoonni lamaan taphoota kana dura waliin taphatan 7…
Nageellee Arsiin Midira Gannat Shiree injifate
Finfinnee, Mudde 30, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 14ffaan Nageellee Arsiin Midira Gannat Shiree injifateera.
Kabbee Buzunaan galchii daqiiqaa 12ffaarratti Nageellee Arsiif galcheen Midira Gannat Shiree…
Piriimeer Liigii Ingiliziin taphni har’a Arsenaal Liiverpuul keessummeessu akkaan eegama
Finfinnee, Mudde 30, 2018 (FMC) – Sagantaa xumuraa taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 21ffaan taphni har’a Arsenaal Liiverpuul keessummeessu akkaan eegama.
Arsenaal garaagarummaa kilaboota itti aanaan waliin qabu caalmaatti…
Maanchister Siitiin garaagarummaa qabxii Arsenaal waliin qabu dhiphisuuf har’a Biraaytan…
Finfinnee, Mudde 29, 2018 (FMC) - Pirimeer Liigii Ingilaandi torbee 21ffaan Maanchister Setiin dirree isaa irratti Biraanyitaniin kan itti keessummeessu tapha eegamaa dha.
Taphoota darban lama walitti aansee qabxii kan gate Maanchister…
Waancaa Afrikaan har’a taphoonni mo’anii darbuu xumuraa lama ni taphatamu
Finfinnee, Mudde 28, 2018 (FMC) –Waancaa Afrikaa 35ffaa qopheessummaa Moorokoon taphatamaa jiruun har’a taphoonni mo’anii darbuu xumuraa lama ni taphatamu.
Galgala sa’aatii 1:00 eegalee morkiin Aljeeriyaan Riippaabliika Diimokiraatawaa…
Liyaam Rooziiniyar Cheelsii leenjisuuf waliigalan
Finfinnee, Mudde 28, 2018 (FMC) – Leenjisaan kubbaa miilaa lammiin Ingiliz Liyaam Rooziiniyar Cheelsii leenjisuuf waliigalaniiru.
Ga’eessa umrii waggaa 41 kan ta’an Liyaam Rooziiniyar Cheelsii leenjisuuf waliigaluu BBC’n gabaaseera.…