Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Galchiiwwan 173 lakkoofsisee kubbaawwan galchii ta’an 101 mijeessee waancaa tokko qofa kan milkeesse San Hiwuung Miin

Finfinnee, Caamsaa 14, 2017 (FMC) – Jifataan Tootenhaam lammiin Kooriyaa Kibbaa San Hiwuung Miin boqonnaa jireenya isaa kubbaa miilaa keessaa isa baay'ee jabaa ta’e milkeesseera. Dargaggoon Umrii waggaa 32 San Hiwuungi Miin Tootenhaamitti makamee waggaa 10 boodaa eda halkan waancaa jabaa ta’e kilabicha waliin fudhateera. Injifannicha booda…
Read More...

Arsenaal 1 – 0 Niwuukaasiil

Finfinnee, Caamsaa 10, 2017(FMC) –  Tapha Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 37ffaa galgala kana taphatameen Arsenaal galchii 1 fi 0n Niwuukaasiil injifateera. Kana hordofee Arsenaal hirmaannaa Shaampiyoonsi liigii argachuu mirkaneeffateera.…