Ispoortii
Dorgommiin Shaampiyoonaa Atileetiksii Ityoophiyaa umurii 18 fi 20 gadii xumurame
Finfinnee, Caamsaa 24, 2017 (FMC) - Dorgommiin Shaampiyoonaa Atileetiksii Itiyoophiyaa umrii waggaa 18 fi 20 gadii guyyoota torbaaf geggeeffamaa ture mo’attummaa Waliigalaa Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa fi Akkaadaamii Ispoortii Itiyoophiyaan xumurame.
Dorgommii magaalaan Dirredhawaa keessummeesse kana irratti magaalotaa fi naannoolee, kilabootaa…
Read More...
PSGn yeroo jalqabaaf waancaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa injifate
Finfinnee, Caamsaa 23, 2017 (FMC) – Tapha xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har'a Istaadiyeemii Aliiyaanzi Areenaatti taphatameen PSGn galchii 5 fi 0n Intermiilaan injifateera.
PSGn yeroo jalqabaaf waancaa Shaampiyoonsi Liigii…
Kilabiin Kubbaa Miilaa Bulchiinsa Magaalaa Diimtuu Piriimeer Liigii Oromiyaatti ol guddate
Finfinnee, Caamsaa 23, 2017 (FMC) –Liigii Olaanoo keessatti dorgomaa kan jiru Kilabiin Kubbaa Miilaa Bulchiinsa Magaalaa Diimtuu Piriimeer Liigii Oromiyaa bara 2018tti guddateera.
Diimtuun taphoota liigii olaanoo Oromiyaa torbee 13ffaa…
Taphni xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a taphatama
Finfinnee, Caamsaa 23, 2017 (FMC) – Taphni xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a PSG fi Intermiilaan gidduutti taphatama.
Tapha xumuraa har’a halkan Istaadiyeemii Aliyaanzi Areenaatti taphatamu kana lammiin…
Sihuul Shireen gara Liigii Olaanootti gadi bu’e
Finfinnee, Caamsaa 22, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 32ffaa har’a taphatameen Sihuul Shireen Qudduus Giyoorgisiin injifatamuu hordofee gara Liigii olaanootti gadi bu’eera.
Qidduus Giyoorgis galchii 1 fi 0n…
Aleeksaandar Arnoold Maadriidiif mallateesse
Finfinnee, Caamsaa 22, 2017 (FMC) – Taphataa sarara ittisaa Liiverpuul kan ture Aleeksaandar Arnoold Maadriidiif mallateesseera.
Aleeksaandar Arnoold torbee lama dura kilaba isa guddise Liiverpuuliin adda bahuu isaa beeksisee ture.…
Fiigichi xumuraa umrii waggaa 18 fi 20 gadii dorgomame
Finfinnee, Caamsaa 20,2017 (FMC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Itiyoophiyaa umrii wagga 18 fi 20 gadii magaalaa Dirre Dhawaatti gaggeeffamaa jiruun fiigichi xumuraa meetira kuma 5 dubartootaa umrii waggaa 20 gadii har’a dorgomameera.…