Ispoortii
Vaan Niistelrooy Leenjisaa Leesister Siitii ta’uuf waliigalan
Finfinnee, Sadaasa 19, 2017 (FBC)- Ruud Vaan Niistelrooy Leenjisaa Leesister Siitii ta’uuf waliigaluun gabaafame.
Leenjisaan duraanii Leesister Siitii lammii Neezerlaandi Istiiv Kuuper Dilbata darbe Cheelsiin 2 fi 1’n injifatamuu hordofee hojiirra gaggeeffamuun ni yaadatama..
Vaan Niistelrooy yeroof leenjisaa olaanaa Maanchister Yuunaatidiin…
Read More...
Atileet Yewarqiwuhaa Getaachoon meedaaliyaa Warqee 2ffaa injifatte
Finfinnee, Sadaasa 19, 2017 (FBC) – Feestivaala Ispoortiii Humnoota waraanaa guutuu Afrikaa Naayijeeriyaa Magaalaa Abuujatti gaggeeffamaa jiruun Atileet Yewarqiwuhaa Getaachoon meedaaliyaa Warqee 2ffaa injifatte.
Atileet Yewarqiwuhaa…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Liiverpuul Riyaal Maadriid, Astoon Viilaan…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2017 (FBC) – Taphoonni ramaddii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 5ffaan har'a itti fufee kan taphatamu yoo ta'u, taphni Liiverpuul Riyaal Maadriid, Astoon Viilaan Juuveentus keessummeessan akkaan…
Atileet Bizunesh Taaddasaan meedaaliyaa Warqee injfatte
Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) –Feestivaal Ispoortii Humnoota Waraanaa Afrikaa Naayijeeriyaa Magaalaa Abuujatti gaggeeffamaa jiruun Atileet Bizunesh Taaddasaan meedaaliyaa Warqee injfatte.
Feestivaala Ispoortii Humnoota Waraanaa…
Yaa’iin Mana Maree Ispoortii Bulchiinsa Magaalaa Shaggar gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) – Yaa'iin Mana Maree Ispoortii Bulchiinsa Magaalaa Shaggar 2ffaan Gaggeeffamaa jira.
Kantiibaa Magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaa, Pireezidaantiin Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaan…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni Baayerni Muunik – PSG fi Arsenaal – Ispootiingi…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) – Taphoonni ramaddii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 5ffaan har’aa eegalee ni taphatamu.
Har’a taphoonni 9 kan taphataman yoo ta’uu galgala sa’aatii 2:45 irraa eegalee Isloovaan Biraatislaavaan…
Atileet Yewarqiwuhaa Geetaachoo Raayyaa Ittisa Biyyaaf meedaaliyaa Warqee argamsiiste
Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC)-Ajaajaa Shantamaa Atileet Yewarqiwuhaa Geetaachoon Raayyaa Ittisa Biyyaaf Meedaaliyaa Warqee argamsiistetti.
Naayijeeriyaa Magaalaa Abujaatti gaggeeffanaa kan jiru Feestivaala Ispoortii Humnoota Waraanaa…