Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Dubartoonni ogummaan jiraatu; ofitti amanamummaan hojjetu; ni danda’us – Kantiibaa Adaanech Abbeebbee

Finfinnee, Bitootessa 13, 2018 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abbeebbee, har’a ganama fiigicha daandii irraa kiiloomeetira 5 dubartoonni 16,000 irratti hirmaatan eegalchiisaniiru. Kantiibittiin yeroo kanatti akka jedhanitti: "Dubartoonni ogummaan jiraatu; ofitti amanamummaan hojjetu; ofitti amanamummaan fiigu; ni danda’us,"…
Read More...

Biraayitan 2 – 1 Liiverpuul

Finfinnee, Bitootessa 12, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 31ffaa har'a taphatameen Biraayitan Liiverpuul injifate. Biraayitan galchii 2 f 1'n Liiverpuul injifateera. Daanii Weelbeek galchiiwwan laman Biraayitan…