Ispoortii
Dorgommii Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 24ffaan Itiyoophiyaan madaaliyaawwan dabalataa argatte
Finfinnee, Caamsaa 9, 2018(FMC) - Dorgommii Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 24ffaa Gaanaa Akirqatti geggeeffamaa jiruun Itiyoophiyaan madaaliyaawwan dabalataa argatteetti.
Haaluma kanaan dorgommii darboo eeboo dhiirotaan atileet Otaagee Obaangi 2ffaa ba'uun madaaliyaa meetii argachuun Itiyoophiyaaf madaaliyaa 13ffaa argamsiiseera.…
Read More...
Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Waancaa Piriimiyer Liigii Dubartootaa Itiyoophiyaa Injifate
Finfinnee, Caamsaa 9, 2018 (FMC) – Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa i Itiyoophiyaa Elektriikiin 2 fi 0n mo'achuun, shaampiyoonaa Piriimiyer Liigii Dubartootaa Itiyoophiyaa bara 2018 ta'eera.
Piriimiyer Liigiin Dubartootaa Itiyoophiyaa bara…
Maanchiisteer Yuunaayitiid Nootinghaam Fooreestiin Injifate
Finfinnee, Caamsaa 9, 2018 (FMC) – Sagantaa tapha Piriimeer Liigii Ingilaand torban 37ffaan Maanchiister Yuunaayitiid Nootingaam Fooreestiin 3 fi 2n injifateera.
Tapha guyyaa sa'aatii 8:30 irratti Istaadiyeemii Oldi Tiraafforditti…
Cheelsiin Zyaabii Aloonsoo leenjisaa taasisuun muude
Finfinnee, Caamsaa 9, 2018 (FMC)–Kilabni Lixa Landan Cheelsiin lammii Ispeen Zyaabii Aloonsoo leenjisaa kilabichaa taasisuun muuduu ifoomsera.
Zyaabii Aloonsoon waggoottan arfan itti aananiif kilabicha leenjisuuf waliigaltee…
Daandiin qilleensichaa hojilee fakkeenyummaa qabu hojjetaa jira – obbo Masfin Xaasaw
Finfinnee, Caamsaa 9, 2018 (FMC)–Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa hojilee fakkeenyummaa qabu hojjetaa jira jedhan Hoji Raawwachiisaa Olaanaan dhaabbatichaa obbo Masfin Xaasaw.
Damee Kaargoo, Leenjii Aviiyeeshinii fi tajaajilaan hojiilee…
Itiyoophiyaan dorgommii fiigicha tarkaanfii kiiloomeetira 20’n meedaaliyaa warqee 2 argatte
Finfinnee, Caamsaa 8, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 24ffaan Itiyoophiyaan dorgommii fiigicha tarkaanfii kiiloomeetira 20’n koorniyaa lameeniin meedaaliyaa warqee lama argatte.
Dorgommii fiigicha tarkaanfii kiiloomeetira…
Biruunoo Farnaandeez taphata cimaa Maanchiister Yuunaayitiid jedhame
Finfinnee, Caamsaa 7, 2018(FMC) – Taphataan sarara gidduu Maanchiister Yuunaayitiid Biruunoo Farnaandeez taphata cimaa kilabichaa jedhamuun filatameera.
Yeroo 5ffaaf taphata cimaa kilabichaa jedhameera.
Biruunoo Farnaandez bara taphaa…