Ispoortii
Piriimeer Liigii Ingiliziin har’a taphoonni afur ni taphatamu
Finfinnee, Bitootessa 12, 2018 (FMC)- Taphoota Piriimeer liigii Ingilizii torbee 31ffaan har’a taphoonni afur ni taphatamu.
Hirmaannaa Shaampiyoonsii Liigii bara dhufuu argachuuf Liiverpuul gara Istaadiyeemii Ameerikaa Exiispireesitti imaluun sa’aatii 9:30 irratti Biraayitaan waliin ni taphata.
Haaluma walfakkaatuun hirmaannaa Shaampiyoonsii…
Read More...
Taphattoota Filatamoo Shaampiyansii Liigii Torbee Kanaa
Finfinnee, Bitootessa 10, 2018 (FMC) - Waldaan Kubbaa Miilaa Awurooppaa (UEFA) taphattoota 11 taphoota deebii dorgommii mo’anii darbuu Shaampiyansii Liigii walakkeessa torbee kanaatti taphataman irratti dandeettii olaanaa agarsiisan ifa…
Tiiboo Koortuwaa Miidhaa Isarra Ga’een Torbeewwan Hedduuf Dirree Irraa Fagaata
Finfinnee, Bitootessa 10, 2018 (FMC) - Karra eegaan Riyaal Maadriid fi lammiin Beeljiyeem Tiiboo Koortuwaa miidhaan akka isa mudate kilabichi beeksiseera.
Tiiboo Koortuwaa miidhaa kanaan wal qabatee torbeewwan 6 hanga 8’f dirree irraa…
Arsenaal, Maadriidii fi PSG’n nuusa xumuraaf darban
Finfinnee, Bitootessa 8, 2018 (FMC) –Tapha deebii mo'anii darbuu Shaampiyoonsi liigii Awurooppaa halkan kana taphatameen Arsenaal, Maadriidii fi PSG'n nuusa xumuraaf darbaniiru.
Arsenaal har'a galchii 2 fi 0'n Leeverkuusan yoo injifatu,…
Taphoota Shaampiyoonsi liigii akkaan eegaman…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2018 (FMC) – Taphoonni mo'anii darbuu marsaa 2ffaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa carraa kilaboota Ingiliiz murteessan har'a eegaluun taphatamu.
Tapha marsaa jalqabaan Riyaal Maadriidiin galchii 3 fi 0'n kan…
Itiyoo Elektirik Nageellee Arsii injifate
Finfinnee, Bitootessa 6, 2018(FMC) - Sagantaa CBE Piriimiyeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 24ffaan Itiyoo Elektirik Nageellee Arsii 2 fi 0'n injifateera.
Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Hawaasaatti guyaa sa'aatii 10 irratti taoha taphatameen…
Morkii Maanchiister Yuunaayiitiidi fi Astoon Viilaa…
Finfinnee, Bitootessa 6, 2018 (FMC) - Taphoota Pirimeer liigii Ingiliz torbee 30ffaan Taphni har'a Maanchiister Yuunaayitiid Astoon Viilaa waliin taphatu ni eegama.
Har'a waaree booda sa’aatii 11:00 eegalee taphoonni 3 kan taphataman yoo…