Ispoortii
Taphni xumuraa Eelkilaasikoo har’a Saa’ud Arabiyaatti gaggeeffama
Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Tapha xumuraa Eelkilaasikoo Waancaa Suppar Kaappii Ispeeniin falmiin har'a Riyaal Maadriid Baarseloonaa waliin Saa'ud Arabiyaatti taasisu ni eegama.
Kilaboonni lamaan har'a halkan sa'aatii 4:00 irraa eegalee Istaadiyeemii Kiing Abdullaahiitti morkiin taasisan ni eegama.
Tapha Eelkilaasikoo Laaligaa marsaa…
Read More...
Fiigicha Maaraatoonii Dubaayitti gaggeeffammeen Atileetoonni Itiyoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu…
Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Fiigicha Maaraatoonii har'a barii Dubaayitti gaggeeffammeen Atileetoonni Itiyoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu 1ffaa hanga 10ffaa bahuun xumuran.
Dorgommii Atileetoota dhirraa gidduutti gaggeeffame Atileet…
Piriimeer Liigii Oromiyaan Gullisoon Yuuniversiitii Naannoo Oromiyaa injifate
Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 9ffaa har’a taphatameen Gullisoon Yuuniversiitii Naannoo Oromiyaa injifateera.
Gullisoon galchii 1 fi 0n Yuuniversiitii naannoo Oromiyaa injifachuu ragaan…
Giraahaam Pootar Leenjisaa Weest Haam ta’uun muudaman
Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) – Leenjisaan duraanii Cheelsii fi Biraayitan Giraahaam Pootar Leenjisaa Weest Haam ta’uun muudamaniiru.
Leenjisaa Kilabichaa kan turan Julan Loopeeteengiin hojiirraa gaggeeffamuu hordofee Giraahaam Pootar…
Piriimeer Liigii Oromiyaan Dambi Doolloon Muka Xurii yoo injifatu, Yuuniversiitiin Dambi Doolloo…
Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 9ffaan Dambi Doolloon Muka Xurii yoo injifatu, Yuuniversiitiin Dambi Doolloo ammoo Gincii waliin qabxii qoodateera.
Kilabiin Kubbaa Miilaa Magaalaa Dambi…
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan Magaalaan Bahiirdaar Magaalaa Hawaasaa injifate
Finfinnee, Mudde 30, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 13ffaa har’a taphatameen Magaalaan Bahiirdaar Magaalaa Hawaasaa injifateera.
Bahiirdaar galchii 1 fi 0n Magaalaa Hawaasaa injifateera.…
Piriimeer Liigii Ingilaandiin har’a Woolviis Notiingahaam Forest waliin taphata
Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphoonni torbee 20ffaa tapha har’a Woolviis Notiingahaam Forest keessummeessuun xumurama.
Taphni har’a halkan sa’aatii 5:00 eegalee taphatamu kun xiyyeeffannoo argateera.…