Ispoortii
Itiyoophiyaan Olompikii Dargaggoota Afrikaan meedaaliyaa warqee 3ffaa argatte
Finfinnee, Mudde 3, 2018 (FMC) –Dorgommi8 Olompikii dargaggoota Afrikaa 4ffaan Angoolaa Luwaandaatti gaggeeffamaa jiruun Itiyoophiyaa Meedaaliyaa warqee 3ffaa argatte.
Maahidar Dastaan dorgommii Biskileetiin Itiyoophiyaaf meedaaliyaa warqee 3ffaa argamsiifte.
Dorgommii Olompikii dargaggoota Afrikaa 4ffaan Angoolaa Luwaandaatti gaggeeffamaa…
Read More...
Itiyoophiyaan Olompikii Dargaggoota Afrikaan meedaaliyaa warqee argatte
Finfinnee, Mudde 3, 2018 (FMC) – Dorgommii Atileetiksii har’a eegalameen Itiyoophiyaan fiigicha meetira kuma 3 dubartootaan Meedaaliyaa warqee injifatte.
Keeniyaa fi Ugaandaan sadarkaa 2 fi 3ffaan xumuraniiru.
Dorgommii fiigicha…
Dorgommiin Shaampiyoonaa Ispoortii Aadaa aanaalee godina Jimmaa 31ffaa fi Feestivaalli Aadaa 18ffaan…
Finfinnee, Mudde 2,2018(FMC) - Dorgommiin Shaampiyoonaa Ispoortii Aadaa aanaalee godina Jimmaa 31ffaa fi Feestivaalli Aadaa 18ffaan magaalaa Jimmaatti gaggefamuu egaleera.
Dorgammicha haasan kan banan Bulchaan Godina Jimmaa obbo…
Kilabni Kubbaa Miilaa Shaggar guddattoota mallatteessifate
Finfinnee, Mudde 2, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa keessatti hirmaachaa kan jiru Kilabni Kubbaa Miilaa Shaggar taphattoota Garee Biyyaalessaa Umrii 17 gadii sadii mallatteessifate.
Kilabni Magaalaa Shaggar…
Itiyoophiyaan dorgommii Olompiikii Dargaggootaan meedaaliyaa warqee argatte
Finfinnee, Mudde 2, 2018 (FMC)- Dorgommii Olompiikii Dargaggootaa 4ffaa Angoolaatti gaggeeffamaa jiruun Itiyoophiyaan dorgommi biskileetii garee dubartootaan meedaaliyaa warqee jalqabaa argatteetti.
Dorgommichaan Aljeeriyaafi Afrikaan…
Barattoota dorgommii Paan Afrikaarratti hirmaachuun qabxii gaarii galmeessuun deebi’aniif badhaasni…
Finfinnee, Mudde 2, 2018 (FMC) - Barattoota dorgommii Kubbaa Miilaa Paan Afrikaa Ugaandaa Kampaalaatti gaggeeffamaa turerratti hirmaachuun qabxii gaarii galmeessuun deebi’aniif badhaasni kennameera.
Barattoonni Manneen Barnootaa Dhakoo…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan har’a morkiin Riyaal Maadriidii fi Maanchister Siitii gidduutti…
Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) – Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 6ffaan har’as itti fufuun taphatamu.
Har’a halkan sa’aatii 5:00 morkiin Riyaal Maadriidii fi Maanchister Siitii gidduutti gaggeeffamu xiyyeeffannoo…