Ispoortii
Arsenaal 3 – 1 Baayerni Muunik
Finfinnee, Sadaasa 17, 2018 (FMC) – Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 5ffaa halkan kana taphatameen Arsenaal Baayerni Muunik injifateera.
Arsenaal galchii 3 fi 1'n Baayerni Muunik injifateera.
Taphoota biroon PSVn galchii 4 fi 1'n Liiverpuul, Maadriid galchii 4 fi 3'n Olompiyaakoos, Atalaantaan galchii 3 fi 0'n Firaankifart,…
Read More...
Itiyoophiyaa 1 – 0 Keeniyaa
Finfinnee, Sadaasa 17, 2018 (FMC) – Gulaallii Waancaa biyyoota Bahaa fi Giddugaaleessa Afrikaa umrii waggaa 17 gadiin Itiyoophiyaan Keeniyaa injifatte.
Galchii Daawwiit Kaasaan galcheen Itiyoophiyaan galchii 1 fi 0'n Keeniyaa injifachuun…
Machaal 1 – 2 Buna Sidaamaa
Finfinnee, Sadaasa 17, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 7ffaan Bunni Sidaamaa Machaal injifateera.
Tapha har’a waaree booda sa’aatii 7:00 eegalee taphatameen Bunni Sidaamaa galchii 2 fi 1’n Machaal…
Gulaallii Waancaa Seekaafaan har’a Itiyoophiyaan Keeniyaa waliin taphatti
Finfinnee, Sadaasa 17, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Umrii waggaa 17 gadii har’a gita isaa Keeniyaa waliin morkiin Finfinnee Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti gaggeessu ni eegama.
Gareen lamaan ramaddii ‘A’…
Adaamaa 1- 0 Bahiir Daar
Finfinnee, Sadaasa 16, 2018 (FMC) –Taphoota CBE Piriimer Liigii Itiyoophiyaa Torbee 7ffaan Magaalli Adaamaa Bahiir Daar injifateera.
Adaamaan galchii Abbubakir Saaniin daqiiqaa 75ffaarratti lakkoofsiseen magaalaa Bahiir daar galchii 1 fi…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan morkii Cheelsiin Baarseloonaa waliin taasisu…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2018 (FMC) – Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 5ffaan har’aa eegaluun taphatamu.
Taphoonni marsaa 5ffaa kunneen har’a halkan sa’aatii 2:45 jalqabee Ayaaks Amistardaam – Beeneefikaa, Galaataasaraay…
Gareen Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii waggaa 17 gadii walakkaa xumuraaf darbe
Finfinnee, Sadaasa 15, 2018 (FMC) –Gulaallii Waancaa Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaan Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii waggaa 17 gadii walakkaa xumuraaf darbe.
Keeniyaan Sudaan Kibbaa galchii 2 fi 0'n injifachuu hordofee…