Ispoortii
Tiiboo Koortuwaa Miidhaa Isarra Ga’een Torbeewwan Hedduuf Dirree Irraa Fagaata
Finfinnee, Bitootessa 10, 2018 (FMC) - Karra eegaan Riyaal Maadriid fi lammiin Beeljiyeem Tiiboo Koortuwaa miidhaan akka isa mudate kilabichi beeksiseera.
Tiiboo Koortuwaa miidhaa kanaan wal qabatee torbeewwan 6 hanga 8’f dirree irraa fagaachuu akka danda’u ibsameera.
Kanaanis, karra eegaan ganna 33 kun taphni Liigii Shaampiyoonsii Awurooppaa…
Read More...
Arsenaal, Maadriidii fi PSG’n nuusa xumuraaf darban
Finfinnee, Bitootessa 8, 2018 (FMC) –Tapha deebii mo'anii darbuu Shaampiyoonsi liigii Awurooppaa halkan kana taphatameen Arsenaal, Maadriidii fi PSG'n nuusa xumuraaf darbaniiru.
Arsenaal har'a galchii 2 fi 0'n Leeverkuusan yoo injifatu,…
Taphoota Shaampiyoonsi liigii akkaan eegaman…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2018 (FMC) – Taphoonni mo'anii darbuu marsaa 2ffaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa carraa kilaboota Ingiliiz murteessan har'a eegaluun taphatamu.
Tapha marsaa jalqabaan Riyaal Maadriidiin galchii 3 fi 0'n kan…
Itiyoo Elektirik Nageellee Arsii injifate
Finfinnee, Bitootessa 6, 2018(FMC) - Sagantaa CBE Piriimiyeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 24ffaan Itiyoo Elektirik Nageellee Arsii 2 fi 0'n injifateera.
Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Hawaasaatti guyaa sa'aatii 10 irratti taoha taphatameen…
Morkii Maanchiister Yuunaayiitiidi fi Astoon Viilaa…
Finfinnee, Bitootessa 6, 2018 (FMC) - Taphoota Pirimeer liigii Ingiliz torbee 30ffaan Taphni har'a Maanchiister Yuunaayitiid Astoon Viilaa waliin taphatu ni eegama.
Har'a waaree booda sa’aatii 11:00 eegalee taphoonni 3 kan taphataman yoo…
Atileettoonni Itiyoophiyaa maaraatoonni See’ul injifatan
Finfinnee, Bitootessa 6, 2018 (FMC) – Maaraatoonni See'ul Kooriyaa Kibbaatti gaggeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa koorniyaa lamaanuu Injifataniiru.
Dorgommii Dhiirotaan Atileet Haftuu Takluu fageenyicha Sa’aatii 2 fi Daqiiqaa 4 fi…
Arsenaal Eevartan injifachuun dursummaa isaa cimsate
Finfinnee, Bitootessa 5, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 30ffaa har'a taphatameen Arsenaal Eevartan injifachuun dursummaa isaa cimsateera.
Arsenaal galchii 2 fi 0'n Eevartan injifateera.
Viiktor Yookereshii fi…