Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Itiyoophiyaa 1 – 0 Keeniyaa

Finfinnee, Sadaasa 17, 2018 (FMC) – Gulaallii Waancaa biyyoota Bahaa fi Giddugaaleessa Afrikaa umrii waggaa 17 gadiin Itiyoophiyaan Keeniyaa injifatte. Galchii Daawwiit Kaasaan galcheen Itiyoophiyaan galchii 1 fi 0'n Keeniyaa injifachuun ramaddii 'A' irraa sadarkaa 1ffaan xumurte. Jeeddaloonni Diimtuun qabxii 10 walitti qabachuun ramaddii…
Read More...

Machaal 1 – 2 Buna Sidaamaa

Finfinnee, Sadaasa 17, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 7ffaan Bunni Sidaamaa Machaal injifateera. Tapha har’a waaree booda sa’aatii 7:00 eegalee taphatameen Bunni Sidaamaa galchii 2 fi 1’n Machaal…

Adaamaa 1- 0 Bahiir Daar

Finfinnee, Sadaasa 16, 2018 (FMC) –Taphoota CBE Piriimer Liigii Itiyoophiyaa Torbee 7ffaan Magaalli Adaamaa Bahiir Daar injifateera. Adaamaan galchii Abbubakir Saaniin daqiiqaa 75ffaarratti lakkoofsiseen magaalaa Bahiir daar galchii 1 fi…