Ispoortii
Itiyoophiyaan damee atileetiksiin beekamtii lama argatte
Finfinnee, Sadaasa 11, 2018(FMC) – Itiyoophiyaan damee atileetiksiin Waldaa Atileetiksii Addunyaa irraa beekamtii lama argatteetti.
Itiyoophiyaan beekamtii kan argatte Fiigicha Guddicha Itiyoophiyaa fi gumaacha atileet Abbaabaa Biqilaan ta’uun ibsameera.
Sirni beekamtii kun Godambaa Biyyaalessaa keessatti kan geggeeffame yoo ta'u, ispoortiin…
Read More...
Shaampiyoonaa Biskiileetii Afrikaan Itiyoophiyaan Meedaaliyaa Warqee jalqabaa argattee
Finfinnee, Sadaasa 11, 2018 (FMC)- Shaampiyoonaa Biskiileetii Afrikaan Itiyoophiyaan Meedaaliyaa Warqee jalqabaa argattee
Dorgommii guddattootaa kanaan Tsiggee Kaahaasaay tokkoffaa bahuun xumurteetti.
Tsiggee Kaahaasaay kiiloomeetira…
Piriimiyar liigichaan taphoonni lama ni taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 11, 2018(FMC) – Sagantaa Piriimiyar Liigii CBE Itiyoophiyaa torbee 6ffaan har'a taphoonni lama ni taphatamu.
Guyyaa sa'aatii 9:00tti Bunni Sidaamaa fi Maqalee 70 Indartaan istaadiyeemii Finfinneetti ni taphatu.…
Sudaan Kibbaa 1 – 4 Itiyoophiyaa
Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) – Tapha gulaallii Waancaa Biyyoota Bahaa fi Giddugaleessaa Afrikaan Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaaleessaa Itiyoophiyaa Umrii waggaa 17 gadii gita isaa Sudaan Kibbaa galchii 4 fi 1’n injifate.
Daawiit Kaasaan…
Gareen Biyyaalessaa Itiyoophiyaa har’a gita isaa Sudaan Kibbaa waliin taphata
Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) – Tapha gulaallii Waancaa Biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaan har’a Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaaleessa Itiyoophiyaa Umrii waggaa 17 gadii gita isaa Sudaan Kibbaa waliin morkiin taasisaan ni eegama.…
Fiigicha daandirraa dhuma torbee kanaa fiiggamaniin Atileetootni Itiyoophiyaa injifatan
Finfinnee, Sadaasa 8, 2018 (FMC) – Fiigicha daandirraa dhuma torbee kanaa biyyoota adda addaatti fiiggamaniin Atileetootni Itiyoophiyaa injifatan.
Fiigicha Maaraatoonii Chaayinaa Naanjiingitti dorgomame Atileet Mastaawat Fiqiruun…
Itiyoophiyaan Ruwaandaa goolii 2 fi 0 injifatte
Finfinnee, Sadaasa 6, 2018 (FMC)- Tapha Gulaallii jalqabaa Waancaa Bahaa fi Giddugaleessaa Afrikaa umrii waggaa 17 gadiin Itiyoophiyaan Ruwaandaa goolii 2 fi 0 injifatteerti.
Daawwit Kaasaa fi Huuzayifaa Shaafii Itiyoophiyaaf goolii…