Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Siyyuum Kabbadaan leenjisaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii waggaa 20 gadii ta’uun mudaman

Finfinnee, Fulbaana 6, 2017 (FBC) – Leenjisaa Siyyuum Kabbadaan leenjisaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii waggaa 20 gadii ta’uun mudamuu Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa beeksise. Leenjisaa Siyyuum Kabbadaan Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii waggaa 20 gadii taphoota Waancaa Afrikaa Gulaallii CAF…
Read More...

Tootenhaam 0 – 1 Arsenaal

Finfinnee, Fulbaana 5, 2017 (FBC) –Taphni Darbii Kaaba Landan olaantummaa Arsenaaliin xumurameera. Galchii Gabriel Magalhães daqiiqaa 64' irratti galcheen Arsenaal Tootenhaam injifateera. #Oromia #Ethiopia