Ispoortii
Arsenaal galchii 2 fi 0n Astoon Viillaa injifate
Finfinnee, Hagayya 18, 2016 (FBC) –Tapha galgala kana sa'aatii 1:30 irraa jalqabee taphatameen Arsenaal galchii 2 fi 0n Astoon Viillaa injifateera.
Trossard daqiiqaa 67' fi Tomas Partey daqiiqaa 77 galchii tokko tokko Arsenaaliif galchaniiru.
Read More...
Biraayitan galchii 2 fi 1n Maanchiister Yuunaayitiid injifate
Finfinnee, Hagayya 18, 2016 (FBC) – Tapha Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 2ffaa har'a taphatameen Biraayitan galchii 2 fi 1n Maanchiister Yuunaayitiid injifateera.
Daanii Weelbeek daqiiqaa 32ffaa fi Peediroon daqiiqaa 90+5 irratti…
Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 2ffaan taphni har’a Maanchisteer Yuunaayitiid –…
Finfinnee, Hagayya 18, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 2ffaan har’a Waaree booda sa’aatii 8:30 eegalee ni tapahatamu.
Taphni har’a Maanchisteer Yuunaayitiid waaree booda sa’aatii 8:30 eegalee Biraayitan waliin…
Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaarratti hirmaatu gara Peeruu imale
Finfinnee, Hagayya 18, 2016 (FBC) - Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadiirratti hirmaatu gara Peeruu imaleera.
Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii bara…
Atileet Dirribee Waltajjiin fiigicha Daayimand Liigii meetira kuma 3 injifatte
Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC) – Atileet Dirribee Waltajjiin fiigicha Daayimand Liigii meetira kuma 3 Siwiizarlaandi Luuzanitti gaggeeffame rikardii bakkichaa haaraa galmeessuun injifatte.
Fageenyicha daqiiqaa 8 sekondii 21 fi…
Itiyoophiyaan Paaraalimpiikii 17ffaa Paarisirratti ni hirmaatti
Finfinnee, Hagayya 16, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan Dorgommii Paaraalimpiikii 17ffaa Paarisitti Hagayya 22 eegalee gaggeeffamurratti ni hirmaatti.
Dorgommicharratti Atileetonni kuma 4 fi 400 biyyoota 184 irraa baba’an akaakuuwwan Ispoortii…
Atileet Xirunesh Dibaabaan fiigicha Maaraatoonii Niwuu Yoorkirratti ni hirmaatti jedhame
Finfinnee, Hagayya 15, 2016 (FBC) – Atileet Xirunesh Dibaabaan fiigicha Maaraatoonii Niwuu Yoorki Sadaasa 3, 2024 gaggeeffamurratti kan hirmaattu ta’uu mirkanaa’e.
Maqaan Atileetoota Maaraatoonii Niwuu Yoorkitti gaggeeffamu kanarratti…