Ispoortii
Leenjisaa Asiraat Hayileen du’aan addunyaa kanarraa boqotan
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2017 (FBC) – Seenaa Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa keessatti gumaacha olaanaa kan qaban taphataa fi leenjisaan duraanii garee biyyaaleessa Itiyoophiyaa Asiraat Hayileen du'aan addunyaa kanarra boqotaniiru.
Dhibee isaan mudateen yaalamaa turuun boqochuu isaanii ibsameera.
Asiraat Hayileen taphataa fi leenjisummaan…
Read More...
Taphoota Piriimeer Ingilaandi torbee 9ffaan taphni Arsenaal Liivarpuul,Cheelsiin ammoo Niwuukaasiil…
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2017 (FBC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 9ffaan tapha har’a halkan sa’aatii 4:00 irraa eegalee Leesister Siitiin Nootiingihaam Foresti waliin taphatuun eegalama.
Boru waaree booda sa’aatii…
Atileet Madiinaa Iisaan Rikardii fiigicha meetira kuma 5’n galmeessite ragga’e
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2017 (FBC)- Fiigicha meetira kuma 5 dubartoota umrii 20 gadiin Rikardiin Atileetii Itiyoophiyaa Madiinaa Iisaan galmaa’e ragga’e.
Baatii darbee Beeljiyam Biraasalsitti dorgommii fiigichaa gaggeeffameen Atileet…
Leenjisaa Masaay Tafariin taphattoota 23’f waamicha taasiisan
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2017 (FBC) – Leenjisaan Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Masaay Tafariin Gulaallii Waancaa Biyyoota Afrikaa Onkoloolessa 21 fi 24, 2017 Itiyoophiyaan Ertiraa waliin taphattuuf taphattoota 23'f…
Itiyoophiyaan tapha gulaallii Waancaa Chaaniif Ertiraa waliin taphatti
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaan tapha gulaallii Waancaa biyyoota Afrikaaf Ertiraa waliin taphatti.
Itiyoophiyaan tapha gulaallii dhaqaa gala Sudaan Kibbaa Magaalaa Juubaatti Ertiraa waliin kan taphattu ta’uu ragaan…
Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Baarseloonaan Baayern Muunik waliin taasiisuu…
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2017 (FBC) – Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 3ffaa guyyaa 2ffaan taphni har’a halkan sa’aatii 4:00 irraa eegalee Baarseloonaan Baayern Muunik waliin taasiisuu hawwiin eegama.
Galgala sa’aatii…
Taphoonni Shaampiyoonsi Liigiin Awurooppaa torbee 3ffaa har’a ni gaggeeffama
Finfinnee Onkololeessa 12, 2017 (FBC)- Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa torbee 3ffaan har’a galgala ni gaggeeffamu.
Tapha kanaan Riyaal Maadiyriid Doortimandi waliin morkiin taasisu kan eegamuudha.
Galgala sa’aatii 1:45 irraa…