Ispoortii
Nageellee Arsiin Bahiirdaar, Midira Gannat Shireen ammoo Faasiil waliin qixa bahan
Finfinnee, Guraandhala 30, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 23ffaan taphoonni har’a sa’aatii 9:00 eegaluun taphataman lamaanuu qixaan xumuraman.
Nageellee Arsiin Bahiirdaar waliin galchii malee qixa yoo xumuru, Midira Gannat Shireen ammoo Faasiil waliin galchii 1 qixa bahaniiru.
Taphoota hanga ammaatti…
Read More...
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Guraandhala 30, 2018 (FMC) –Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 23ffaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu.
Har’a waaree booda sa’aatii 9:00 eegalee falmiin Magaalaan Bahiirdaar Istaadiyeemii Yuunivarsiitii…
Maanisfiildi Taawon 1 – 2 Arsenaal
Finfinnee, Guraandhala 28, 2018 (FMC) - Taphoota Waancaa FA Ingiliiz marsaa 5ffaan Arsenaal Maanisfiildi Taawon injifateera.
Arsenaal galchii 2 fi 1'n Maanisfiildi Taawon
#Oromia #Ethiopia
Taphoota Waancaa FA’n har’a taphoonni sadii ni taphatamu
Finfinnee, Guraandhala 28, 2018 (FMC) –Taphoota Waancaa FA Ingiliiz marsaa 5ffaan har’a taphoonni sadii ni taphatamu.
Haaluma kanaan Niwuukaasiil Yuunaayitiid Maanchister Siitii waliin, Arsenaal Maanisfiildi Taawon waliin akkasumas…
Taphoota Waancaa FA’n har’a falmiin Woolviis Liiverpuul waliin taasisu ni eegama
Finfinnee, Guraandhala 27, 2018 (FMC) – Taphoota Waancaa FA marsaa 5ffaan taphni har’a Woolviis Liiverpuul keessummeessu ni eegama.
Taphni kun har’a halkan sa’aatii 5:00 eegalee taphatama.
Kilaboonni lamaan guyyoota sadi dura tapha…
Dirre Dhawaan morkataa isaa yoo injifatu, Adaamaan qixa bahe
Finfinnee, Guraandhala 26, 2018 (FMC)- Taphoota CBE Pirimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 22ffaan har'a taphatameen Dirre Dhawaan morkataa isaa yoo injifatu, Adaamaan Hadiyyaa Hoosaanaa waliin qixa bahe.
Tapha waaree booda Sa’aatii 10:00…
Falmii yaaddoo gara gadiitti bu’uurraa ooluuf taasifamu…
Finfinnee, Guraandhala 26, 2018 (FMC) – Sarara gara gadii bu’uurraa qabxii tokkoon qofa fagaatee kan argamu Tootenhaam morkiin har’a Kiristaal Paalaas waliin taasisu ni eegam.
Sagantaan xumuraa torbee 29ffaa Piriimeer Liigii Ingiliiz…