Ispoortii
Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 3ffaa
Finfinnee, Hagayya 24, 2017 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 3ffaan tapha har’a Cheelsiin Fuulhaam keessummeessuun eegalama.
Har’a waaree booda sa’aatii 8:30 eegalee falmiin Cheelsiin Fuulhaam waliin taasisu ni eegama.
Sa’aatii 11:00 eegalee taphoonni 4 kan gaggeeffamu yoo ta’u, Maanchiister Yuunaayitiid – Barnileey,…
Read More...
Joozee Mooriiniihoon Feenerbaachee waliin adda bahe
Finfinnee, Hagayya 23, 2017 (FMC) – Lammiin Poorchuugaal leenjisaan Feenerbaachee Joozee Mooriiniihoon leenjisummaarraa gaggeeffamuu kilabichi beeksise.
Kilabni Kibbaa Miillaa Turkii Feenerbaacheen akka ibsetti, kilabichi Roobii darbe…
Bukaayoo Saakaan torbanootaaf dirreerra ni fagaata
Finfinnee, Hagayya 19, 2017 (FMC) – Jifataan sarara fuulduraa Arseenaal Buukaayoo Saakaan sababa miidhaan torbanoota afuriif dirreerraa akka fagaatu ifoomeera.
Buukaayoo Saakaan tapha Arseenaaliifi Liids Yuunaayitid gidduutti sanbata…
Evertan Biraayitaniin goolii 2 fi 0’n injifate
Finfinnee, Hagayya 18, 2017(FMC)- Tapha Piriimer Liigii Ingilaand torbee 2ffaan Evertan Biraayitaniin goolii 2 fi 0’n injifateera.
Tapha biraan Kiristaal Paalaas Nootiingaam Foorest waliin tokko qixa baheera.
Taphni Maanchistar…
Tapha Piriimer Liigii Ingilaandiin har’a taphoonni sadii ni taphatamu
Finfinnee, Hagayya 18,2017(FMC)- Tapha Piriimer Liigii Ingilaand torbee 2ffaan guyyaa har'aa taphoonni sadii ni taphatamu.
Maanchister Yunaayitid galgala sa'aatii 12:00 irratti Kiraavan Kooteej irratti Fuulhaam waliin ni taphata.
Kana…
Zihaabii Aloonsoon carraa hiriiruu kan dhorkate Roodirgoo
Finfinnee, Hagayya 17, 2017 (FMC) – Leenjisaan Zihaabii Aloonsoo Saantiyaagoo Bernaabaawu erga dhaqanii eegalee taphataan urjii Biraaziil Roodirgoon carraa taphaa dhabeera.
Taphataan sarara fuula duraa kun kanaan dura wayita Riyaal…
Taphni har’a Maanchiister Siitiin Tootinhaam waliin taasisu ni eegama
Finfinnee, Hagayya 17, 2017 (FMC)- Tapha Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 2ffaan har’a taphoonni 5 ni gaggeeffamu.
Haaluma kanaan har’a Sa’aatii 8:30 irratti Maanchiister Siitiin Tootinhaam Hootispaar waliin taphatu ni eegama.…