Ispoortii
Har’a fiigichi xumuraa meetira kuma 10 Atileetoonni Itiyoophiyaa itti eegaman ni fiiggama
Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 (FMC) - Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaan har'a fiigichi xumuraa meetira kuma 10 Atileetoonni Itiyoophiyaa itti eegaman ni fiiggama.
Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa 20ffaan har'a Jaappaan Magaalaa Tookiyootti eegala.
Haaluma kanaan har'a waaree booda sa'aatii 9:30 eegalee fiigichi xumuraa meetira…
Read More...
Shaampiyoonaan Atileetiksii addunyaa 20ffaan boru Tookiyootti eegala
Finfinnee, Fulbaana 2, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaan Atileetiksii addunyaa 20ffaan boru Jaappaan magaalaa Tookiyootti eegala.
Itiyoophiyaan fageenya meetira 800 hanga Maaraatoonnitti Koorniyaa lamaaninuu dorgommicharratti ni hirmaatti.…
Jilli garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Tookiyoo gahe
Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Imaltoonni jalqabaa jila garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa irratti hirmaatu Jaappaan Magaalaa Tookiyoo gaheera.
Jilli garee Atileetiksii kun wayita buufata…
Seeraaliyoon 2 – 0 Itiyoophiyaa
Finfinnee, Qaammee 4, 2017(FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa gita isaa Seeraaliyooniin injifatame.
Tapha Gulaallii Waancaa Addunyaa marsaa 8ffaa har’a waaree booda sa’aatii 10:00 eegalee taphatameen Seeraaliyoon…
Waaliyaawwan har’a Seeraaliyoon waliin taphatu
Finfinnee, Qaammee 4, 2017(FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa har’a gita isaa Seeraaliyoon waliin tapha gullaallii Waancaa Addunyaa marsaa 8ffaa ni taphata.
Falmiin har’a waaree booda sa'aatii 10:00 eegalee…
Federeeshinichi FIFA’f komii dhiyeesse
Finfinnee, Qaammee 3, 2017 (FMC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Addunyaa Itiyoophiyaan Ijipti waliin taphatteen walqabatee FIFA’f komii dhiyeesseera.
Federeeshinichi hanqina namuusaa mudate hordofee…
Kaayirootti ifee kan mul’ate Abbubakar Nuuraa
Finfinnee, Qaammee 1, 2017 (FMC) –Karra Eegaan Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Abbubakar Nuuraan ga'umsa olaanaa gulaallii Waancaa Addunyaarratti mul'iseen dinqisiiffannaa olaanaa argateera.
Tapha kalessa halkan Waaliyaawwan…