Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Magaalaan Shaggar Arbaa Minciin injifate

Finfinnee, Sadaasa 13, 2018(FMC) – Sagantaa taphaa Piriimiyar Liigii CBE Itiyoophiyaa torbee 6ffaan Magaalaan Shaggar Arbaa Minciin injifateera. Istaadiyemii Yuniivarsiitii Hawaasaatti sa'aatii 9 irratti tapha taphatameen galchii Shaggar ittiin injifate Heenook Addunyaa sa'aatii dhumaatti lakkoofsiseera. #Oromia #Ethiopia
Read More...