Ispoortii
Taphoonni Torbee 1ffaa Piriimeer Liigii Oromiyaa har’a eegala
Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) – Piriimeer Liigiin Oromiyaa yeroo jalqabaaf har'a Magaalaa Naqamtee Istaadiyeemii Wallaggaatti eegala.
Taphoonni Torbee jalqabaa Liigichaa bara 2017 har'a tapha Kilabiin Kubbaa Miilaa Leeqaa, Dambi Doolloo Waliin Istaadiyeemii Wallaggaatti taphatuun eegala.
Sirni baniinsaa Piriimeer Liigichaa sagantaalee adda…
Read More...
Atileet Nibrat Malaak fiigicha walakkaa Maaraatoonii Baangiseen injifate
Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) – Atileet Nibrat Malaak fiigicha walakkaa Maaraatoonii Taayilaand Choon Burii Baangiseenitti dorgomame injifate.
Atileet Nibrat fageenyicha sa'aatii 1 daqiiqaa 2 fi sekondii 32'n xumuruun injifateera.…
Maanchuriyaan Darbii 195ffaa
Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) –Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 16ffaan kilaboonni masaanuun magaalaa Maanchisteer, Siitiifi Yuunayitid har'a yeroo 195ffaaf morkiin taasisan ni eegama.
Kilaboonni lamaan yeroo jalqabaaf bara 1881…
Piriimeer Liigii Ingilaandiin Niwuukaasiilii fi Ipisiwiich morkattoota isaanii yoo injifatan,…
Finfinnee, Mudde 5, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaand torbee 16ffaan Niwuukaasiilii fi Ipisiwiich morkattoota isaanii yoo injifatan, dursaan liigichaa Liiverpuul Fuulhaam waliin, Arsenaal ammoo Eevartan waliin qixa bahaniiru.…
Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 16ffaan taphni Maanchuwaal darbii hawwiin eegama
Finfinnee,Mudde 5, 2017 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 16ffaan har’aa eegaluun taphatamu.
Har’a waaree booda sa’aatii 12:00 eegalee taphoonni 4 kan taphataman yoo ta’uu, Arsenaal - Eevartan, Liiverpuul – Fuulhaam,…
Taphni Juuveentus Maanchister Siitii waliin taasisu hawwiin eegama
Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Tapha ramaddii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 6ffaa guyyaa 2ffaan, taphni Juuventus Maanchister Siitii waliin, Boorshiyaa Dortimandi Baarseloonaa waliin taasisan hawwii olaanaan eegama.
Galgala…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan Liiverpuul Giroonaa injifate
Finfinnee, Mudde 1, 2017 (FMC) –Taphoota ramaddii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 6ffaa halkan kana taphatameen Liiverpuul Giroonaa injifateera.
Liiverpuul galchii 1 fi 0n Giroonaa injifachuun ramaddicha dursuu caalmatti…