Ispoortii
Piriimeer Liigii Ingilaandiin Astoon Viilaa fi Bireentifoordi morkattoota isaanii yoo injifatan, Maanchiister Siitiin qixa bahe
Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 15ffaa galgala kana taphatameen Astoon Viilaa fi Bireentifoordi morkattoota isaanii yoo injifatan,Maanchiister Siitiin qixa bahe.
Astoon Viilaan galchii 1 fi 0n Saawuuz Hampitan, Bireentifoordi galchii 4 fi 2n Niwuukaasiil yoo injifatan, Maanchiister Siitiin…
Read More...
Taphni Eevartan har’a Liiverpuul keessummeessuuf ture sababa haala qilleensaan haqamuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) –Taphni Eevartan har'a waaree booda sa'aatii 9:30 eegalee Liiverpuul keessummeessuuf ture sababa haala qilleensaan haqamuu piriimeer Liigichi beeksise.
Piriimeer Liigiin Ingilaandi ibsa baaseen…
Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 15ffaan taphni Tootenhaam Cheelsii keessummeessu ni eegama
Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 15ffaan har’aa eegaluun taphatamu.
Taphni har’a waaree booda sa’aatii 9:30 eegalee Eevartan – Liiverpuul waliin taasiisu ni eegama.
Galgala…
Kilabni Magaalaa Shaggar kilaba Injibaaraa injifachuun dursummaa isaa cimsate
Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC) – Taphoota Liigii Olaanaa Itiyoophiyaa torbee 7ffaa har’a taphatameen Magaalaan Shaggar galchii 3 fi 1n Magaalaa Injibaaraa injifateera.
Misgaanaa Milkeessaa, Isxifaanoos Tamaamii fi Mas’uud Taammireen…
Har’a taphni Arsenaal Maanchiister Yuunaayitiid keessummeessu akkaan eegama
Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC) – Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphni har’a Arsenaal Maanchiister Yuunaayitiid keessummeessu akkaan eegama.
Har’a halkan sa’aatii 5:15 eegalee falmiin Arsenaal Istaadiyeemii Emireetirratti Maanchiister…
Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 14ffaan taphni Arsenaal Maanchiister Yuunaayitiid keessummeessu…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2017 (FBC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 14ffaan har’aa eegaluun taphatamu.
Sagantaan torbee 14ffaa kun tapha har’a halkan sa’aatii 4:30 eegalee Ipsiiwich Taawoon – Kiristaal Paalaas, sa’aatii 5:15…
Giiniitti murtoo Murteessaan kubbaa miilaa dabarsan hordofee walitti bu’iinsa mudateen lubbuun…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2017 (FBC) – Giiniitti murtoo Murteessaan tapha kubbaa miilaa dabarsan hordofee walitti bu’iinsa uumameen lubbuun namoota 56 darbuu gabaafame.
Tapha Kubbaa Miilaa Giinii Magaalaa Nizeerkooreetti taphatameerratti…