Ispoortii
Taphoonni nuusa xumuraa waancaa FA har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Bitootessa 20, 2017 (FMC) – Taphoonni nuusa xumuraa waancaa FA Ingiliiz har’aa eegaluun taphatamu.
Har’a waaree booda sa’aatii 9:15 eegalee falmiin Fuulhaam Kiristaal Paalaas waliin taasiisu ni eegama.
Halkan sa’aatii 2:15 eegalee Biraayitan Nootingahaam Foresti waliin taphata.
Boru waare booda sa’aatii 10:30 jalqabee Pireestoon…
Read More...
Kilabni Kubbaa Miilaa Magaalaa Shaggar gara Piriimeer Liigii Itiyoophiyaatti guddate
Finfinnee, Bitootessa 16, 2017 (FMC) – Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa keessatti hirmaachaa kan jiru Kilabni Kubbaa Miilaa Magaalaa Shaggar gara Piriimeer Liigii Itiyoophiyaatti guddachuu mirkaneeffateera.
Taphoota liigii Olaanoo…
Garee Atileetiksii Itiyoophiyaaf simannaan gootaa taasiifame
Finfinnee, Bitootessa 16, 2017 (FMC) – Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Mana keessaa 20ffaa Chaayinaa Naanjiingitti gaggeeffameerratti hirmaate har’a ganama Finfinnee galeera.
Jilichi wayita Buufata Xiyyaaraa Idi Addunyaa…
Itiyoophiyaan Shaampiyoonaa Atileetiksii mana keessaa 20ffaan Afrikaarraa sadarkaa 1ffaa fi…
Finfinnee, Bitootessa 14, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan Shaampiyoonaa Atileetiksii mana keessaa Addunyaa 20ffaa Chaayinaa Naanjiingitti dorgomame Afrikaarraa sadarkaa 1ffaa fi Addunyaarraa sadarkaa 3ffaa bahuun xumurte.
Itiyoophiyaan…
Itiyoophiyaan meedaaliyaa Warqee fi Meetii dabalataa argatte
Finfinnee, Bitootessa 14, 2017 (FMC) –Shaampiyoonaa fiigicha mana keessaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Chaayinaa Naanjiingitti dorgomamaa jiruun Atileet Gudaaf Tsaggaayiin meedaaliyaa Warqee fi Dirribee Waltajjiin Meetii Itiyoophiyaaf…
Har’a fiigichi xumuraa Atileetoonni Itiyoophiyaa ni injifatuun eegaman lama ni dorgomamu
Finfinnee, Bitootessa 14, 2017 (FMC) –Shaampiyoonaa fiigicha mana keessaa Atileetiksii Addunyaa Chaayinaa Naanjiingitti dorgomamaa jiruun fiigichi xumuraa Atileetoota Itiyoophiyaa hirmaachisu lama ni gaggeeffamu.
Waaree booda sa'aatii 9:…
Atleet Barrihuu Aragaawii Shaampiyoonaa Atileetiksii Mana Keessaa Addunyaa irratti Ityoophiyaaf…
Finfinnee, Bitootessa 13/2017 (FMC): Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Wiixata darbe irraa kaasee Chaayinaa Naanjiingitti gaggeeffamaa jiruun dorgommii xumuraa meetira 3000 dhiirotaa irratti lammiin Itoophiyaa Barrihuu Aragaawii…