Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Kilabni Kubbaa Miilaa Dubartootaa Baankii Daldala Itiyoophiyaa galchii 4 fi 0n Ye Jooyinti Istaar injifate

Finfinnee, Hagayya 14, 2016 (FBC) – Tapha Shaampiyoonsi Liigii ‘CAF’n dorgommii Gulaallii biyyoota ‘CECAFA’ har’a taphatameen Kilabni Kubbaa Miilaa Dubartootaa Baankii Daldala Itiyoophiyaa galchii 4 fi 0n kilaba Sudaan Kibbaa 'Ye Joint Stars' injifateera. Kilabni Kubbaa Miilaa Dubartootaa Baankii Daldala Itiyoophiyaa tapha walakkaa xumuraaf…
Read More...

Finfinnee, Hagayya 8, 2016 (FBC) – Guyyaa har’aa qofa dhaabbileen haqa malee gatii dabalan kumni 4 fi 408 saamsamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksiseera. Dhaabbileen daldalaa oomisha dhoksan 31 cufamuu fi…