Ispoortii
Itiyoophiyaan Fiigicha mana keessaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaan Meedaaliyaa Warqee argatte
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan Fiigicha mana keessaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Chaayinaa Naanjiingitti dorgomamaa jiruun Atileet Fireewayinii Hayiluun meetira 3000 1ffaa bahuun Itiyoophiyaaf Meedaaliyaa Warqee jalqabaa argamsiisteetti.
Atileetiin Itiyoophiyaa biraa Atileet Birqee Hayiloom dorgommicha 5ffaa…
Read More...
Dorgommiin liigii ispoortii barattootaa fi barsiisotaa Finfinnee 10ffaan eegalame
Finfinnee, Bitootessa 13,2017(FMC) - Dorgommiin liigii ispoortii barattootaa fi barsiisotaa Magaalaa Finfinnee 10ffaan har’a Istaadiyeemii Finfinneetti dorgomamuu eegale.
Dorgommichi dorgommii ligii ispoorii manneen barnootaa aadefachuun…
Dorgommii dubartotaa meetira 800’n atileetonni Tsigee Dhumaa fi Nigist Geetaachoo xumuraaf darban
Finfinnee, Bitootessa 13/2017(FMC)- Dorgommii dubartotaa meetira 800’n atileetonni Tsigee Dhumaa fi Nigist Geetaachoo xumuraaf darban.
Dorgommii shaampiyoonaa atiletiksii addunyaa 20ffaa mana keessaa Chaayinaatti geggeeffamaa jiruun…
Atileet Dirribee Waltajjii fi Gudaaf Tsaggaayiin meetira kuma 1 fi 500 xumuraaf darban
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Fiigicha mana keessaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Chaayinaa Naanjiingitti gaggeeffamaa jiruun Atileet Dirribee Waltajjii fi Gudaaf Tsaggaayiin meetira kuma 1 fi 500'n xumuraaf…
Waaliyaawwan har’a Fara’oonoota waliin taphatu
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa har’a tapha gulaallii Waancaa Addunyaa 2026 ramaddii 5ffaa garee biyyaalessaa Ijipti waliin taphata.
Waaliyaawwan taphoota hanga ammaatti taphataniin…
Shaampiyoonaa Atileetiksii mana keessaan Atileetotni Itiyoophiyaa meetira 800 walakkaa xumuraaf…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) –Fiigicha mana keessaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Chaayinaa Naanjiingitti dorgomamaa jiruun Atileetootni Itiyoophiyaa meetira 800 walakkaa xumuraaf darbaniiru.
Haaluma kanaan…
Taphataa waggoota 16 guutuu Kaardii diimaas ta’ee keelloon hin kennamneef…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2017 (FMC) – Morkiiwwan Dirree Kubbaa Miilaatti gareewwan lama gidduutti taasiifaman keessatti waldhiibuun,waldhiituu,walitti bu’uu fi walharkisuun akkasumas tokko tokkorratti miidhaa qaamaa…