Ispoortii
Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa marsaa 2ffaan Faransaay Paaris gahe
Finfinnee, Adoolessa 23, 2016 (FBC) – Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa marsaa 2ffaan taphoota Olompikii 33ffaarratti hirmaatu Faransaay Paaris gaheera.
Jilli kun Atileetoota fageenya garaagaraan dorgommii fiigichaarratti hirmaatan kan of keessatti hammate ta’uu eerameera.
Jilichi waayita buufata xiyyaaraa Chaarlis Deeguul gahu Faransaayitti…
Read More...
Itiyoophiyaan Olompikii Paariis 33ffaarratti gosoota Ispoortii garaagaraan hirmaatti
Finfinnee, Adoolessa 23, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan Olompikii 33ffaa Faransaay magaalaa Paarisitti gaggeeffamaa jiruurrattti gosoota Ispoortii garaagaraan hirmaatti.
Itiyoophiyaan hanga ammaatti taphoota Olompikii 14 irratti hirmaachuun…
Jilli Garee Kubbaa Miilaa Baarseloonaa Garee Machaal daawwate
Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)- Jilli Ogeeyyii Ispoortii Garee Kubbaa Miilaa Baarseloonaa Garee Ispoortii Machaal daawwateera.
Daawwanicharratti waa’ee hundeeffamaa Machaal, sadarkaa amma irratti argamu fi karoora fuuldureerratti ibsi…
Kilabni Atileetiksii magaalaa Shaggar atileetootaaf gaggeessaa taasise
Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) - Kilabni atileetiksii magaalaa Shaggar atileetoota Itiyoophiyaa bakka bu'uun Olompikii Paarisirratti hirmaataniif sirna gaggeessaa taasiseera.
Sirna gaggeessaa kanarratti kan argaman itti gaafatamaan…
Taphoota Olompikii 33ffaa Paariis
Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) - Taphoonni Olompikii Paariis 2024 eda ifatti banameera.
Taphoota Olompikii Paariis 2024 kanaaf medaaliyaan warqee 329 qophaa'eera.
Atileetoonni kumni 10 fi 500 ol biyyoota 206 ol irraa walitti…
Olompikiin Paaris 2024 har’a ifatti banama
Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)- Olompikiin Paaris 33ffaan har’a galgala sa’aatii 2:30 irraa eegale sagantaa garaagaraan ni banama.
Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa marsaa jalqabaa guyyaa kaleesaa Faransaay Paaris galuun ni yaadatama.…
Gareen Itiyoophiyaa Olompikii Paarisirratti hirmaatu marsan jalqabaa Paaris gale
Finfinnee, Adoolessa 18, 2016 (FBC)- Gareen Itiyoophiyaa Olompikii Paariis 33ffaarratti hirmaatu marsaan jalqabaa Faransaay Magaalaa Paariis galeera.
Gareen Itiyoophiyaa miseensotaa 40 qabate kun har’a ganama wayita magaalattii ga’u…