Ispoortii
Saawuuz hampitan tapha xumuraa daraan qaalii ta’e injifachuun gara Piriimeer Liigitti deebi’e
Finfinnee, Caamsaa 18, 2016 (FBC) – Saawuuz hampitan tapha xumuraa sadarkaa addunyaatti daraan qaalii ta'e injifachuun gara Piriimeer Liigitti deebi'eera.
Tapha har'a kilaba 3ffaa gara Piriimeer Liigiitti deebi'e adda baasuuf Istaadiyeemii Waambileeyitti taphatameen Saawuuz Hamtan Liidis Yuunaayitiid galchii 1 fi 0n injifateera.
Kilabichi…
Read More...
Maaraatoonii Ootaawaatti gaggeeffame Atileetoonni Itiyoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2016 (FBC) – Maaraatoonii Ootaawaatti gaggeeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu injifataniiru.
Maaraatoonii kanaan Atileet Leencoo Tasfaayeen sa'aatii
2፡12፡41 xumuruu 1ffaa yoo ba'u,…
Fiigichi Daayimand Liigii Yuujiinitti gaggeeffame Atileetoonni Itiyoophiyaa injifatan
Finfinnee, Caamsaa 18, 2016 (FBC) – Fiigichi Daayimand Liigii meetira kuma 1 fi 500 fi meetira kuma 5niin Yuujiinitti gaggeeffame Atileetoonni Itiyoophiyaa injifataniiru.
Dorgommii meetira kuma 1 fi 500 dubartoota gigguutti dorgomame…
Maanchiister Yuunaayitiid Waancaa FA injifate
Finfinnee, Caamsaa 17, 2016 (FBC) – Maanchiister Yuunaayitiid morkataa isaa Maanchiister Siitii injifachuun Waancaa FA gulummeeffateera.
Yuunaayitiid galchii 2 fi 1n Siitii injifachuun waancaa FA Ingilaandi yeroo 13ffaaf moo'ateera.…
Viinseenti Kompaaniin leenjisaa Baayerni Muunikii ta’uuf waliigale
Finfinnee, Caamsaa 17, 2016 (FBC) – Viinseenti Kompaaniin waggoota sadan itti aananiif leenjisaa Baayerni Muunikii ta'uuf waliigaluu ibsame.
Baayermuunik Vinseenti Kompaanii fudhachuuf Barnilleef beenyaa Yuuroo miiliyoona…
Tapha darbii Waancaa FA hawwiin eegamu
Finfinnee, Caamsaa 17, 2016 (FBC) – Har’a Falmiin kilaboonni darbii Magaalaa Maanchiister Waancaa FA gulumeeffachuuf taasiisan hawwiin eegama.
Taphni waancaa FA har’a waaree booda sa’aatii 11:00 irraa eegalee Kilaboota Magaalaa…