Ispoortii
Piriimeer Ingiliiziin har’a Woolviis Astoon Viilaa keessummeessa
Finfinnee, Guraandhala 20, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 28ffaan tapha har’a Woolviis Astoon Viilaa keessummeessuun eegalamu.
Piriimeer Liigichaan sadarkaa dhumaarratti kan argamu Woolviis har’a halkan sa’aatii 5:00 eegalee sadarkaa 3ffaarratti kan argamu Astoon Viilaa waliin falmiin taasisu ni eegama.
Boru…
Read More...
Ramaddiin moo’atanii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoome
Finfinnee, Guraandhala 20, 2018 (FMC) – Ramaddii moo’atanii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan Maanchiister Siitiin Riyaal Maadriid waliin ramadame.
Ramaddii har’a ifoomeen:-
PSG – Cheelsii,
Gaalaataasaraay – Liiverpuul,…
Adaamaa 3 – 3 Shaggar
Finfinnee, Guraandhala 19, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 21ffaan har’a taphatameen Adaamaan Shaggar waliin qixa baheera.
Taphni morkii miidhagaa keessummeesse kun galchii 3 qixa xumurameera.
Tapha…
Badhaafamtoota piriimer Liigii Federeeshinii kubbaa Millaa Itiyoophiyaa waggaa 20 gadii, bara 2017
Finfinnee, Guraandhala 18, 2018 (FMC) - Federeeshiniin kubbaa Miillaa Itiyoophiyaa taphattootaa fi qooda fudhattota garee kubbaa millaa waggaa 20 gadii badhaaseera.
Haaluma kanaan:
Taphataa Urjii-Miikiyaas Badhaasoo- Buna Itiyoophiyaa…
Taphoota deebii moo’anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa…
Finfinnee, Guraandhala 17, 2018 (FMC) – Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan har’a taphoonni deebii moo’anii darbuu 4 ni taphatamu.
Har’a halkan sa’aatii 2:45 eegalee Atileetikoo Maadriid Kilab Biruuj waliin taphata.
Kilaboonni lamaan…
Fiigicha Walakkaa Maaraatoonni Meeksikootti gaggeeffameen Atileetonni Itiyoophiyaa injifatan
Finfinnee, Guraandhala 16, 2018 (FMC) – Fiigicha Dorgommii Walakkaa Maaraatoonni Meeksikkoo Guwaadaalaaraatti gaggeeffameen Atileetonni Itiyoophiyaa Koorniyaa lamanuu injifataniiru.
Fiigicha Walakkaa maaraatonni dhiirootaan Atileet…
Maanchister Yuunaayitiid Eevertan waliin…
Finfinnee, Guraandhala 16, 2018 (FMC)- Tapha Pirimeer Liigii Ingiliz torbee 27ffaan Eevertan Dirree isaa irratti Maanchister yuunaayitiid ni keessummeessa.
Injifannoo afur walitti aanse erga galmeessee booda qabxi qixaa kan galmeesse…