Ispoortii
Riyaal Maadrid, Maanchiister Yuunaayitiidii fi Baarseloonaan kilaboota gatii qaalii addunyaa jedhaman
Finfinnee, Caamsaa 16, 2016 (FBC) - Riyaal Maadrid, Maanchiister Yuunaayitiidii fi Baarseloonaan kilaboota bara 2024 gatii qaalii addunyaa jedhamuun filatamaniiru.
Waggoottan saglan darban qofa yeroo shaniif Shaampiyoonaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ta’uu kan danda’e Riyaal Maadriid gatii Doolaara biiliyoona 6.6 ol qabachuun kilaba…
Read More...
Riikardiin Atileet Tigisti Asaffaan Maaraatooniin galmeessite ragga’e
Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Riikardiin Atileet Tigisti Asaffaan fiigicha Maaraatoonii Barliiniin galmeessite ragga'eera.
Atileet Tigisti fageenyicha sa'aatii 2:11.53 xumuruun fiigicha maaraatoonii dubartootaan riikkardii haaraa…
Toonii Kiruus tapha Kubbaa Miilaa dhaabuuf ta’uu beeksiise
Finfinnee, Caamsaa 13, 2016 (FBC) – Taphataan sarara gidduu Kilaba Riyaal Maadridii fi Garee Biyyaalessa Jarman Toonii Kiruus waancaa Awurooppaa 2024 booda tapha Kubbaa Miilaa dhaabuuf murteessuu beeksiiseera.
Ga’eessi…
Maanchiister Siitiin Shaampiyoonaa Piriimeer Liigii Ingilaandi bara kanaa ta’e
Finfinnee, Caamsaa 11, 2016 (FBC) – Maanchiister Siitiin Yeroo 4ffaaf walitti aansuun Shaampiyoona Piriimeer Liigii Ingilaandi bara kanaa ta'eera.
Siitiin galchii 3 fi 1n Weest Haam injifachuun Shaampiyoonaa ta'eera.
Maanchiister…
Shaampiyoonaan Mo’aa Mo’attootaa Bulchiinsa Magaalota Godina Jimmaa eegale
Finfinnee, Caamsaa 11, 2016 (FBC) – Shaampiyoonaan Mo'aa Mo'attootaa Bulchiinsa Magaalota Godina Jimmaa 33 hirmaachise eegalameera.
Dorgommichi dargaggota godinaafi naannoo bakka bu'an filachuuf kan gargaaruu ta'uu Itti Gaafataamaan…
Atileetoonni Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Paaraa Idil Addunyaa Jaappaan injifatan
Finfinnee, Caamsaa 11, 2016 (FBC) – Atileetoonni Itiyoophiyaa fiigicha Shaampiyoonaa Atileetiksii Paaraa Idil Addunyaa Jaappaanitti gaggeeffamaa jiru injifatan.
Fiigicha meetira kuma 1 fi 500 garee 13 gidduutti fiigame Atileet Tigisti…
Atileet Dirribee Waltajjiin dorgommii fiigicha meetira kuma 1fi 500 injifatte
Finfinnee, Caamsaa 11, 2016 (FBC) – Atileet Dirribee Waltajjiin dorgommii fiigicha meetira kuma 1fi 500 Loosanjalasitti fiigame injifatte.
Atileet Dirribeen fageenyicha daqiiqaa 3:55.25 xumuruun yoo injifatu Atileet Fireewayinii Hayiluun…