Ispoortii
Shaampiyoona mana Keessaa Addunyaa 19ffaa Itiyoophiyaan Afrikaarraa sadarkaa 1ffaan xumurte
Finfinnee, Guraandhala 25, 2016 (FBC) – Fiigicha Shaampiyoona mana Keessaa Addunyaa 19ffaa Iskootilaanda Gilaasgootti gaggeeffamaa ture Itiyoophiyaan Afrikaarraa sadarkaa 1ffaan xumurte.
Itiyoophiyaan meedaaliyaa Warqee 2, Meetii 1 fi Nahaasii 1, waliigala meedaaliyaa 4 argachuun Afrikaarraa 1ffaa, addunyaarraa 5ffaa ba’uun xumurteetti.…
Read More...
Imala Masaanummaa waggoota 133 lakkoofsise
Finfinnee, Guraandhala 24, 2016 (FBC)- Masaanuu Maanchuriyaani 192ffaa kilaboonni lamaan waggoota 133 dura tapha jalqabaa waliin taasisan.
Tapha kana Maanchistar Yuunaayitid galchii 5 fi 2 injifate.
Waggoota dheeraadhaaf Maanchistar…
Fiigicha gulaallii Shaampiyoona mana keessaan eda gaggeeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa marsaa…
Finfinnee, Guraandhala 23, 2016 (FBC) –Fiigicha gulaallii Shaampiyoona Addunyaa mana keessaa 19ffaa Gilaasgoositti halkan edaa gaggeeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu marsaa itti aanuuf darbaniiru.
Gulaallii meetira…
Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 27ffaan taphni Maanchiister Siitiin Maanchiister Yuunaayitiid…
Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 27ffaan taphni Maanchiister Siitiin Maanchiister Yuunaayitiid waliin taasiisan ni eegama
Finfinnee, Guraandhala 23, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 27ffaan taphni…
Fiigicha Shaampiyoona mana keessaan Atileetoonni Itiyoophiyaa marsaa itti aanuuf darban
Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC) – Fiigicha Shaampiyoona Addunyaa mana keessaa Gilaasgoositti dorgomamaa jiruun Atileetoonni Itiyoophiyaa gulaallii fageenya meetira 800 marsaa itti aanuuf darbaniiru.
Atileet Tsiggee Dhugumaa…
Taphoota guutuu Afrikaa 13ffaarratti Atleetonni Itiyoophiyaa 149 ni hirmaatu
Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC)- Taphoota guutuu Afrikaa 13ffaa Gaanaa Akiraatti gaggeeffamurratti Atileetonni Itiyoophiyaa 149 kan hirmaatan ta’uu Ministeerri Aadaa fi Ispoortii beeksise.
Ministir Deetaan Ministeerichaa…
Pool Poogbaan waggoota afuriif tapha Kubbaa miilaarraa dhorkame
Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC) – Taphataan sarara gidduu duraan Maanchiisteer Yuunaayitiid Pool Poogbaan dawaa si’eessituu fayyadamee argamuu isaan waggoota afuriif tapha kubbaa miilaarraa dhorkamuu dhagahame.
Dhaabbanni Farra…