Ispoortii
Hoggantoonni garaagaraa injifannoo Atileet Tigist Asaffaan galmeessite hordofee ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Hagayya 5, 2016 (FBC) –Hoggantoonni Mootummaa Olaanoon injifannoo Atileet Tigist Asaffaan Maaraatoonii Olompikii Paaris 33ffaarratti galmeessite hordofee ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.
Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen, dorgommii Olompikii 33ffaa Faransaay,Paarisitti gaggeefameen maraatoonii dubartootaan…
Read More...
Atileet Tigisti Aseffaan meedaaliyaa Meetii injifatte
Finfinnee, Hagayya 5, 2016 (FBC) –Fiigicha Maaraatoonii dubartoota gidduutti gaggeeffameen Atileet Tigisti Aseffaan meedaaliyaa Meetii injifatteerti.
Atileet Amanee Bariisoon sadarkaa 5ffaan xumurte.
Dhalattuun Itiyoophiyaa lammiin…
Dorgommii Fiigichaa kuma 5 dhiirotaa eegamu
Finfinnee, Hagayya 4, 2016 (FBC)- Olompikii Paariis 33ffaan, galgala kanaa dorgommiin fiigicha meetira kuma 5 dhiirotaa Itiyoophyaan irratti hirmaattu akkaan kan eegamuudha.
Dorgommichi Sa’aatii 2:50 irratti kan gaggeeffamu yoo ta’u,…
Darbii Maanchuuriyaan 191’ffaa
Finfinnee, Hagayya 4, 2016 (FBC)- Kilaboonni Magaalaa Maanchister, Maanchister Siitii fi Maanchister Yuunayitid baniinsa taphaa Waancaa Komuniit Shiildii 2024/25'f waliin morkatu.
Kilaboonni Magaalaa Maanchister, Siitii fi Yuunaayitid…
Atileet Taammiraat Tolaan Meedaaliyaa Warqee Itiyoophiyaaf argamsiise
Finfinnee, Hagayya 4, 2016 (FBC)- Olompikii Paariis 33ffaan Fiigicha Maaraatoonii gaggeeffameen Atileet Taammiraat Tolaan 1ffaan xumuruun Meedaaliyaa Warqee Itiyoophiyaaf argamsiiseera.
Atileet Taammiraat dorgommicha sa’aatii 2 fi…
Olompikiin Paaris Dilbata dhufu xumura argata
Finfinnee, Hagayya 3, 2016 (FBC) – Taphoota Olompikii Paaris Dilbata dhufu xumura argatu Ameerikaan hanga ammaatti baay’ina meedaaliyaan dursaa jirti.
Itiyoophiyaan sadarkaa 63ffaarratti argamti.
Erga eegalee guyyoota 14 kan lakkoofsi…
Gulaalliin fiigicha meetira kuma 1 fi 500 dubartootaa har’a ni gaggeeffama
Finfinnee, Hagayya 2, 2016 (FBC)- Olompikii Paariis 33ffaan Atileetonni Itiyoophiyaa kan irratti hirmaataan gulaalliin fiigicha meetira kuma 1 fi 500 har’a ni gaggeeffama.
Dorgommicharratti Atileet Gudaaf Tsaggaay, Atileet Dirribee…