Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Luwiis Naanii fi Niwaankiwoo Kaanuun guddina kubbaa miilaa Itiyoophiyaaf deeggarsa barbaachisu taasiisuuf qophii ta’uu ibsan

Finfinnee, Adoolessa 6, 2016 (FBC) –Taphataan Kubbaa Miilaa duraanii Poorchugaal Luwiis Naanii fi kan Naayijeeriyaa Niwaankiwoo Kaanuun guddina kubbaa miilaa Itiyoophiyaaf deeggarsa barbaachisu taasiisuuf qophii ta'uu ibsan. Taphattoonni guddatoota Itiyoophiyaa akka milkaa'aniif tumsa barbaachisu taasiisuuf qophii ta'uu eeraniiru. Har'a…
Read More...